Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Gondaritti Boombiin 40 to’atamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Godina Gondar aanaa Matammaa ganda Gubaayitti Boombiin F1 40 gocha shororkeessummaaf ooluuf ture to’atamuu poolisiin beeksise.
Koreen Qimaant…
Dhaabbileen odeeffannoo Sudaanii fi Ityoophiyaa tasgabbii naannawaarratti mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Dhaabbileen odeeffannoo Ityoophiyaa fi Sudaan nageenyaa fi tasgabbii naannawaa cimsuurratti mari’ataniiru.
Tajaajillii Nageenyaa Odeeffannoo…
Barattoonni Saayinsii Uumamaa boru yuunivarsiitii galu eegalu
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Barattoonni Saayinsii Uumamaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 marsaa 2ffaa boruu yuunivarsitii ramadaman kan seenuu kan eegalan ta’uun…
Gatiin gurgurtaa sibiilotaa fi konkolaattota hojiin alaa ta’anii ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Mootummaan sibiilotaa fi konkolaattota hojiin ala ta’an dhaabbilee garaagaraatti argaman gurguruuf gatii gurgurtaa ifoomseera.
Ministeerri Albuudaa…
Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 62 ol taasise
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaa Birrii miiliyoona 62fi akaakuu Birrii kuma 670…
Dhimmoota nageenya, tokkummaa fi obbolummaa cimsanirratti hojiin bu’aa qabeessi hojjetame –…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Kurmaana darbe dhimmoota nageenya, tokkummaa fi obbolummaa cimsanirratti hojiin bu’aa qabeessi hojjetamuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanch…
Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Mariin Fooramii Xaanaa 10ffaan eegale
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Mariin yaa’iin duraa Fooramii Xaanaa 10ffaan guyyaa har’aa gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi dhimmoota nageenyaarratti kan xiyyeeffatu ta’uu…
Ityoophiyaan uwwisa Humnaa ishee guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jirti – Obbo Ashabbir Baalchaa
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan dhiyeessii humnaa guddisuun walitti hidhamiinsa naannawaa Baha Afrikaa dhugoomsuuf hojjechaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Humna…
Magaalichatti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii kanaa ni eegala…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii Onkoloolessaa kan eegalu ta’uu Sadarkaa Itti aanaa…