Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Hojii fi Ogummaa carraa hojiirratti waliin hojjechuuf Naannoo Oromiyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa, Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin carraa hojii uumuu, kalaqa gabbisuu fi nageenya Indaastrii eegsisuurratti waliin…
Dhaabbileen tumsitoota misoomaa deeggarsa taasisuu akka itti fufan gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Dhaabbileen tumsitootaa boqonnaa haaraa hojiilee riifoormii fi rakkoolee hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaa Ityoophiyaa dhaabuuf hojiilee hojjetamaa…
Gumii Balal marsaa 25ffaan dhimma Tuuriziimii irratti taa’amaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Waltajjiin Gumii Balal marsaa 25ffaan mata duree "Daldala Tuuriziimii Beekumsaan Hogganamu" jedhuun Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Guyyaan Sabaaf sablammoota Ityoophiyaa kabajamuun tokkummaa sabootaa cimsuuf qooda olaanaa qaba –…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammoota Ityoophiyaa marsaa 17ffaan mata duree ‘’Tokkummaa Sabdaneessummaa Nageenya Waaraaf’’ jedhuun Magaalaa Hawaasaatti kan…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa'ii idilee 1ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa qaboo yaa’ii Yaa’ii idilee 3ffaa bara…
Oomishini nyaata beelladaa gibira irraa bilisa taasifamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Oomisha nyaata beelladaa gibira irraa bilisa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichatti hojii raawwachiisaan…
Dargaggoonni Afrikaa damee Diijitaalaa fi Teeknooloojii Ityoophiyaarratti akka hirmaatan wamicha…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) - Dargaggoonni Afrikaa damee Diijitaalaa fi Teeknooloojii Ityoophiyaarratti akka hirmaataan wamicha dhiyaateera.
Yaa'iin dargaggoota Afrikaa…
Sagantaan dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa biyyoota ollaatti babal’isuu Juubaatti gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Sagantaan dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa biyyoota ollaatti babal’isuurratti kaayyeffate Sudaan Kibbaa magaalaa Juubaatti…
Jilli Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa magaalaa Naayiroobii gale
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Jilli dargaggoota Dippilomaasii Misooma Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa Keeniyaa Magaalaa Naayiroobii galeera.
Jilichi wayita Naayiroobii gahu…
Ityoophiyaafi Somaaliyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Muummee Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdii waliin mari’atan.…