Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayarlaand gochaalee birmadummaa Ityoophiyaa tuqan irraa akka ofeeggattu Ityoophiyaan gaafatte
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Ayarlaand Mana Maree Nageenyaafi Gamtaa Awurooppaa fayyadamuun gochaalee birmadummaa Ityoophiyaa tuqan raawwachaa jirturraa akka ofeeggattu Ityoophiyaan…
Abbootiin qabeenyaa hojii invastimantiin Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti akka hirmaatan…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Abbootiin qabeenyaa hojii invastimantiin Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti akka hirmaataniif waamichi dhiyaachuu ibsame.
Korporeeshiniin…
Jilli Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa magaalaa Kaartum gale
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Jilli dargaggoota Dippilomaasii Misooma Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa Sudaan Magaalaa Kaartum galeera.
Jilli Ministir Deetaa Giddu gala Ijaarsa…
Godina Jimmaa Aanaa Qarsaatti balaa bakakkaan mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Godina Jimmaa aanaa Qarsaatti rooba cimaa roobee hordofee balaa bakakkaan mudateen lubbuun namoota 3 darbuu Waajjirri Poolisii aanichaa beeksise.…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 30 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 30 Raayyaa Ittisaa Biyyaaf maallaqaa fi akaakuun deeggarsa taasiiseera.
Sadarkaa Itti aantuu…
Godina Arsiitti Midhaan lafa hektara kuma 600 irratti misoomerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 22 ol…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Godina Arsiitti Midhaan lafa hektara kuma dhibba 6 irratti misoomerra callaa kuntaalli miliiyoonni 22 ol kan eegamu ta’uu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Naannoon Oromiyaafi Chaayinaatti bulchiinsi Liiyaawoniing waliin hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Naannoon Oromiyaafi Chaayinaatti bulchiinsi Liiyaawoniing dameewwan garaagaraan tumsaan waliin hojjechuuf gama viidiyoo Konfiransii mari’achuu ibsame.…
Guyyaan Alaabaa bara kanaa Onkololeessa 7, 2015 kabajama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Onkololeessa 07, 2015 Sadarkaa Biyyaalessaa fi Naannoo Oromiyaatti kan kabajamu ta’uu Caffeen Oromiyaa beeksiiseera.
Guyyaan kun…
Barattoonni qormaata marsaa 2ffaa fudhatan Onkoloolessa 5, 2015 eegalee Yuunivarsiitii itti…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Barattoonni Qormaata marsaa 2ffaa fudhatan Onkoloolessa 5, 2015 eegalee Yuunivarsiitii itti ramadaman kan seenan ta’uu Ministeerri Barnootaa…
Oromiyaatti Xaa’oo uumamaa meetir kiyuubii miiliyoona 90 hanga 100 qopheessuuf hojiin…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara kana Xaa'oo uumamaa meetir kiyuubii miiliyoona 90 hanga 100 qopheessuuf hojiin eegalamuu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo…