Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qindoomina bu’uuraalee misoomaa biyyaalessaafi raawwii karoora damee daandiirratti yaa’iin…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa naannoleefi bulchiinsota magaalaa akkasumas qaamolee dhimmatoota waliin qindoomina bu’uuraalee misoomaa…
Dubaayiifi Kaaba Imireetotatti waamicha biyyaalessaaf Doolaarri kumni 303 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Waamicha waqtaawaa biyyaalessaa mootummaan dhiyeesse hordofee Dubaayiifi Kaaba Imireetotaatti qindeessummaa Waajjira Qontsilaa Jeneraalaatiin Doolaarri…
Obbo Ahimad Shiideen hoggantoota dhaabbata Maallaqa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Hoggantoota Dhaabbata Maallaqa Addunyaa waliin mari’ataniiru.
Walga’iin waggaa Baankii…
Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Hoggantoota Dhaabbata Maallaqa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Yinnaagar Dasseen Ittaanaa Daayrektaraa Mooniitariifi Kaappitaal Maarkeetiifi hoggantoota dhaabbatichaa biroo…
Oromiyaatti waggoottan arfan darbanitti biqiltuun bunaa biiliyoonni 4 dhaabamaniiru- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti waggoottan arfan darbanitti biqiltuun bunaa biiliyoonni 4 dhaabamuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Mana Murtii Mirgoota Namoomaa fi Ummataa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa fi Manni Murtii Mirgoota Namoomaa fi Ummataa Afriikaa walta’iinsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.…
Daandiin Qilleensichaa xiyyaara imaltootaa xiyyaara fe’iisaatti jijjiire
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaara geejjiba imaltootaa gara xiyyaara tajaajila fe’iisaatti jijjiiruu beeksise.
Xiyyaaricha gara xiyyaara…
Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Ivgaanii Tarkihiin waliin mari’ataniiru.…
Qormaanni barattoota Saayinsii Hawaasaa xumurame
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa marsaa jalqabaa barattoota Saayinsii Hawaasaa kutaa 12ffaa xumuramuu Ministeerri barnootaa beeksise.
Ministeerri barnootaa…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ministira Dhimma Alaa Ruwandaa Veensent Biruutaa waliin mari’ataniiru.…