Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kenniinsi qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa jijjiirama barnotarratti dhufaa jiruuf…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Kenniinsi qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa jijjiirama barnotarratti dhufaa jiruuf argisistuu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Lubbuun daa’ima wagga afurii waraabessaan ciniinamtee darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Godina Silxee Aanaa Saankuuraatti daa’imni waggaa afurii waraabessaan ciniinamtee lubbuun darbuu Poolisiin Kibbaa beeksise.
Godinicha Aanaa…
Fichisiistonni Turki Ityoophiyaaf sibiila dhiyeessuufi
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Fichisiistonni sibiilaa Turki, meeshaalee sibiilaa fi sibiilaan walqabatan Ityoophiyaaf akka dhiyeessan waliigalteerraa ga’amuu Dhaabbannii Geejjibaa…
Ityoophiyaatti dubartiin gabaaduun nagaan deesse
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Dheerina seentii meetira 61’n ‘Dubartii gabaabduu Ityoophiyaa’ jedhamuun Galmee Dinqisiisoo Afriikaarratti kan galmooftee Ashaalee Warquu daa’ima…
Sarara elektirikii Malkaa Waakkannaa-Roobee deebisuuf hojjetamaa jira-Distiriktii Baalee Roobee
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Humna elektirikii buufata maddisiisaa Malkaa Waakkannaa irraa gara buufata raabsaa elektirikii Roobee geessu deebisuuf carraaqqiin taasifamaa jiraachuu…
Seeronni Ittisa yakka malaanmaltummaa hojiirraa ooluu qabu jedhame
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Seeronni Ittisa yakka malaammaltummaa mootummaan baase hojiirra ooluu akka qaban Koomishiniin Naamusaa fi Farra Malaanmaltummaa Oromiyaa Damee…
Boordichi sagantaa murtee ummataa ifoomse
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa Naannoo Sabaa fi Sablammoota Kibbaatti kan argaman godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5tti murtee ummataa…
Dhaabbata qola bunaa fi lawuzii samerraa zayiita nyaataa oomishurratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Qola bunaa lawuzii sameen makuun dhaabbata zayiita nyaataa oomishurratti tarkaanfiin fudhatame.
Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To’annoo Nyaataa,…
Pireezidaanti Saahilawarqi Afyaa’ii Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Pireezidaanti FDRI Saahilawarqi Zaawude Afyaa’ii Mana Maree Biyyalessaa Kooriyaa Kibbaa Kim Jiin Piiyoon waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii…
Yaadannoon Jeneraal Taaddasaa Birruu 100ffaan Onkoloolessa 13rraa eegalee kabajama
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Yaadannoon gootummaa Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu waggaa 100ffaa sirnoota garaagaraan Onkoloolessa 13 irraa eegalee kabajuuf qophiin taasifamaa…