Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Ahimad Shideen Afrikaa Bahaa fi Afrikaa Kibbaatti Ittaanaa Pireezidaantii Baankii Addunyaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) - Ministirri Ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Afriikaa Bahaa fi Afriikaa Kibbaattii Ittaanaa Pireezidaantii Baankii Addunyaa Viktooriyaa…
Obbo Umar bakka bu’aa Afrikaa Dhaabbata Qonnaa fi Sagantaa Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseen bakka bu’aa Afrikaa Dhaabbata Qonnaa fi Sagantaa Nyaataa Addunyaa Obbo Abbabaa Hayilagarbre’eel waliin…
Mariin biyyaalessaa rakkoolee Ityoophiyaa waaraan furuu kan dandeessisu ta’uu qaba- Hoggantoota…
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Mariin biyyaalessaa rakkoolee Ityoophiyaa waaraan furuu kan dandeessisu ta’uu akka qabu hoggantoonni Olaanoon mootummaa ibsan.
Pireezidaantonni…
Ijaarsi misooma manneenii Aqaaqii Qaallittii yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramuuf…
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Ijaarsi misooma manneenii Aqaaqii Qaallittii yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramaniif ittigaafatamummaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan…
Manni Barumsaa Shaallaa Biilaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 67.8’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsiitti Manni Barumsaa Shaallaa Biilaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 67.8'n ijaarame eebbifame.
Jilli Hogganaa…
Namni dhuunfaa Doolaarri sobaa kumni 290 ol harkatti qabame to’atame
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Namni dhuunfaa lammii kaameeruun Doolaarri sobaa kumni dhibbi 2fi 90 ol harkatti qabame to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu poolisiin…
Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaafi Dhaabbanni Odeeffannoo Jibuutii dhimmoota nageenya…
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaafi Dhaabbanni Odeeffannoo Jibuutii dhimmoota nageenya naannawaa daangaarratti bobbii waloo taasisan…
Piroojektiin Anniisaa Haaromsaa Doolaara miiliyoona 20 oliin hojiirra oolu ifoome
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Ityoophiyaatti Piroojektiin Anniisaa Haaromsaa Doolaara miiliyoona 20 oliin hojiirra oolu ifoome.
Ityoophiyaatti Giloobaal Inarjii Aliyyaans,…
Maanguddoota biyyaaf oolmaa gaarii oolaniif xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha- Pireezidaant…
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Maanguddoota biyyaaf oolmaa gaarii oolaniif xiyyeeffannoo barbaachisaa, kabaja, deeggarsaafi kunuunsa taasisuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin FDRI…
Dargaggoonni Ityoophiyaa dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaan obbolummaa biyyoota Afrikaa cimsuu…
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Dargaggoonni Ityoophiyaa dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaan obbolummaa biyyoota Afrikaa cimsuu qabu jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…