Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Milkaa’ina Hidha Haaromsaa, Ashaaraa magaariisaa fi nisooma Qamadiin argame qulququlli…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Milkaa'ina Hidha Haaromsaa, Ashaaraa magaariisaa fi nisooma Qamadiin argame qulququlli barnootarratti ni daballa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Manni Maree lamaan boruu sirna baniinsaa waloo ni gaggeessu
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii fi Bakka bu'oota Ummataa boru sirna baniinsa waloon ni gaggeessu.
Manneen maree kunneen walga'ii idilee bara 2015 bara hojii…
Ityoophiyaatti yeroo jalqabaaf tajaajilli ramaddii dhaddacha daldalaa fi invastimantii ifatti hojii…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Manni Murtii sadarkaa 1ffaa Federaalaa yeroo jalqabaaf tajaajila ramaddii dhaddacha addaa daldalaa fi invastimantii hojii eegalchiiseera.
Dhaddachichi…
MM Abiy Ahimad barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhataniif hawwii gaarii hawwan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhataniif hawwii gaarii hawwaniiru.
Qormaanni kun dhugaa…
MM Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Muummee Ministiraa FDRi Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 naannoo Somaalee aanaa Tulluu Guleediitti eegalchiisaniiru.…
Giddu gala qormaataatti meeshaalee dhorkaman qabatanii argamuun qormaata hunda kan haqsiisu…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015 (FBC) - Giddu gala qormaataatti meeshaalee dhorkaman qabatanii argamuun qormaata hunda kan haqsiisu ta'uu Tajaajilli madaallii Barnootaa fi Qormaatilee…
Gaazexeessitoonni biyyoota Afrikaarraa dhufan gola ambaa saayinsii daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Gaazexeessitoonni biyyoota Afrikaa garaagaraarraa dhufan gola ambaa saayinsii Ityoophiyaa tibban eebbifame daawwatan.
Gaazexeessitoonni kunneen biyyoota…
Qindeessitootaafi warreen qormaata kutaa 12ffaa qoraniif haala kenniinsa qormaatichaarratti ibsi…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Qindeessitootaafi warreen qormaata kutaa 12ffaa qoraniif haala kenniinsa qormaatichaarratti yuunivarsiitiiwwan garaagaraatti ibsi laatame.
Qormaanni…
Komishinichi lammiilee sababa balaa lolaan qe’eesaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Komishiniin Gumruukaa godina Walaayittaatti lammiilee sababa balaa lolaan qe’eesaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 19…
Mariin Paanaalii Ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee guyyaa boruu kabajamu ilaalchisee mariin Paanaalii magaalaa Buraayyuutti gaggeeffameera.
Irreechi duudhaa araaraa fi…