Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Irreecha Hora Amboo waggoota 150 oliif addaan citee ture yeroo jalqabaaf guyyaa har’aa…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreecha Hora Ayeetuu/ Hora Amboo waggoota dhibba tokkoo fi shantamaa oliif addaan citee ture yeroo jalqabaatiif guyyaa har’aa kabajameera.…
Kabaja Irreecha Malkaa Ateeteef qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Magaalaa Buraayyuutti Ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee kabajuuf, qophiin barbaachisu hundi xumuramuu Waajjirri Aadaafi Turizimii Bulchiinsa Magaalaa…
Obbo Dastaa Leeddaamoon Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoon Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Obbo Dastaan…
Lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif sagantaan galii walitti qabuu qophaa’e
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- “Mata duree qunceen walgargaartee arba hiiti” jedhuun lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif sagantaan galii walitti qabuu qophaa’uu Tajaajilli…
Obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Hawaasni…
Guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad wayita kabajnu barsiifata isaanii yaadachuun ta’uu qaba- Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad wayita kabajnu barsiifata isaanii yaadachuun ta’uu qaba jedhan Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa…
Ayyaanni Mawulidaa Magaalota Jimmaa, Harariifi Gondaritti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad 1497ffaan Magaalota Jimmaa, Harariifi Gondaritti kabajamaa jira.
Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni guyyaa…
Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Aadde Adaanach ergaa gama miidiyaa hawaasummaa…
Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachuu eegaleera.
Yuunivarsiitichi kaampaasiiwwan isaa 9 keessatti barattoota…
Ayyaanni Mawuliidaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Mawuliidaa 1497ffaan hordoftoota Amantaa muslimaan kabajamaa jira.
Ayyaanni guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad magaalaa Finfinnee masjiidaa…