Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba-MM Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa…
Jilli Keeniyaa kabaja ayyaana Irreechaatiif dhufe godina Baaleetti iddoowwan hawwata turizimii…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Hawaasni Keeniyaa kabaja ayyaana Irreechaatiif gara Itoophiyaa dhufan godina Baaleetti iddoowwan hawwata turizimiifi kilaastara misooma qamadii…
MM Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Ayyaana Mawulidaa ilaalchisuun Manni Marechaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Ayyaana Mawulidaa boru kabajamuu ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera.
Bakka Bu’aan…
Arjummaafi gaarummaa Nabii Muhaammad (SAW) qajeeltoo jireenya keenyaa godhachuu qabna- Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Arjummaafi gaarummaa Nabii Muhaammad (SAW) qajeeltoo jireenya keenyaa godhachuu qabna jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Yuunivrsiitiwwan barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachuu itti fufan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Yuunivrsiitiwwan garaagaraa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan simachuu itti fufaniiru.
Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota…
Koreen Hojii Rawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii Jigjigaatti gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Koreen Hojii Rawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee Magaalaa Jigjigaatti gaggeessuu eegaleera.
Korechi dhimmoota biyyaalessaarratti…
Hooggansiifi hojjattoonni Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa RIB’f dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Hooggansiifi hojjattoonni Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa aantummaa Raayyaa Ittisa Biiyyaatiif qaban dhiiga arjoomuun argisiisuu ibsame.…
MM Abiy Ahimadiifi Obbo Dammaqaa Makonnin Jigjigaa galan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Dammaqaa Makonnin Yaa’ii Koree Hojii…
Obbo Ordiin Badiriin ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Haraarii Obbo Ordiin Badiriin ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaanti Ordiin…