Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattonnii fi Bulchiinsi Shawaa Kaabaa RIB’f deeggarsa Birri miiliyoona 40 taasisan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti Jiraattonnii fi bulchiinsi Godina Shawaa Kaabaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birri miiliyoona 40 taasisan.…
Jilli Miseensota Paartii Badhaadhinaa Pireezidaantoota Naannoleen durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) –Jilli Miseensota Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Pireezidaantoota Naannoleen durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Miseensonni Koree Hojii…
Wayita ayyaana Mawulidaa kabajnu nageenya keenya eeggachuu qabna-MMWDhII
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Ayyaana Mawulidaa 1497ffaa wayita kabajnu nageenya keenya eeggachuu fi harka qalleeyyii gargaaruun kabajamuu akka qabu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota…
Aanaa Mi’eessootti Qamadiin kilaasteraan misoome walittiqabamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaa, Aanaa Mi’eessootti Qamadiin kilaastaraan misoome kombaayinaraan walittiqabamaa jiraachuu ibsame.
Aanaalee godinicha hunda…
Naannolee Afur keessatti manneen barnootaa 16 ijaarsisuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Dhaabbanni “Namoonni Namootaaf” fi Ministeerri Barnootaa waliin ta’uun naannolee Afur keessatti manneen barnootaa 16 ijaarsisuuf waliigaltee mallatteessan.…
Aadde Daagimaawiit gita isaanii Naayijeeriyaa, Kuwaataar, Kooriyaa Kibbaa fi Saa’ud Arabiyaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagimaawiit Magos gita isaanii Naayijeeriyaa,Kuwaataar,Kooriyaa Kibbaa fi Saa’ud Arabiyaa waliin…
Magaalaa Dirree Dawaatti murtoon daballii kiraa manaa dhorku baatii 5’f dheereffame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti murtoon daballii kiraa manaafi kireeffattoota mana gadi lakkisiisuu dhorku baatii 5’f dheereffame.
Kaabineen magaalichaa…
Mawulida sababeeffachuun naannawaan ayyaaneffannaa qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Ayyaana Mawulida yeroo 1497ffaa ayyaaneffamu sababeeffachuun Eejensiin Qulqullinaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaa waliin ta’uun,…
Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun guyyaa boruu madfiin si’a 9 ni dhukaafama
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Ayyaana Mawuliidaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun madfiin kan dhuka’u ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksise.
Ayyaanicha…
Ityoophiyaan Oomisha Qamadii Keeniyaatti erguuf waliigalame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) - Ityoophiyaan Oomisha Qamadii Keeniyaatti erguuf hoggantoonni biyyoota lamaanii waliigalan.
Waliigaltichi kan taasiifame guyyaa har'aa wayita…