Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwannaa hojii xumuruun garaa Keeniyaatti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Ityoophiyaatti daawwannaa hojii xumuruun gara Keeniyaatti deebi’aniiru.
Pireezidaantichi wayita gara biyya…
Wiiliyaam Ruutoon Saafaariikoom daddabarsa maallaqaa akka raawwatu waan eeyyamameef gamachuu isaanii…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon mootummaan Ityoophiyaa Saafaariikoom moobaayilaan daddabarsa maallaqaa akka raawwatuuf eeyyamuutti gammachuu…
Kontirobaandiin bilbiloonni 725 Birrii miiliyoonaa 10 olitti tilmaamaan to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Kontirobaandiin biyya keessa galfamuuf kan turan bilbiloonni ismaartii 725 Birrii miiliyoona 10 olitti tilmaamaman to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Saafaariikoom tajaajila eegaluun TQO sochoostuu imala badhaadhinaa taasifachuu keenyaaf…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Saafaariikoom Ityoophyaan tajaajila eegaluun Tajaajila Quunnamtii fi Odeeffannoo sochoostuu imala badhaadhinaa taasifachuun socho’uu keenyaaf…
Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru.
Akka sagantaan qormaataa bahe mul’isutti qormaanni kutaa 12ffaa…
Finfinneetti Piroojektoota meeggaa Birrii biiliyoona 7.6’n ijaaruuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Piroojektoota meeggaa Birrii biiliyoona 7.6’n ijaaruuf waliigalteen mallatteeffame.
Boqonnaa jalqabaan baasii Birrii…
Ministeerichi Moolida sababeeffachuun lammiilee daandiirra jiraataniif maaddii qoode
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ayyaana Moolidaa sababeeffachuun harka qalleeyyii daandiirraa jiraan 100’f sagantaa maaddii qooduu…
Jilli Obbo Abarraa Warquun durfamu godina shawaa kibba lixaatti hojii qonnaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Abarraa Warquun durfamu aanaalee godina shawaa kibba lixaatti hojii qonnaa daawwate.
Jilichi misooma…
Naannoo Beenishaangulitti lafa hektara kuma 11 jallisiin qamadii misoomsuuf qophiin taasifamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuzitti lafa hektaara kuma 11 jallisiin qamadii misoomsuuf qophiin taasifamaa jiraachun ibsame.
Hogganaan Biiroo Qonnaa fi…
Dandeettii warshaalee simmintoo guddisuun dhiyeessii madaalawaan akka jiraatuuf gargaara- Injinar…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Warshaalee haaraa ijaaruu dabalataan dandeettii warshaalee simmintoo jiranii guddisuun dhiyeessii madaalawaan akka jiraatuuf kan gargaaru ta’uu Ministirri…