Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Shimallis Abdiisaan barataa kutaa 8ffaa ibsaa kalaquun hawaasa naannoo isaa fayyadamaa…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan barataa kutaa 8ffaa ibsaa kalaquun hawaasa naannoo isaa fayyadamaa taasiseef…
Pireezidaantiin Keeniyaa Gola Ambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Gola Ambaa Saayinsii tibbana eebbifame daawwatan.
Daawwannicharratti Muummee Ministiraa Abiy Ahimad dabalatee…
Hariiroo Ityoophiyaafi Keeniyaa gidduu jiru daran cimsuun barbaachisaa ta’uu anga’oonni biyyoota…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiifi jilli isaanii Jila Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon durfamu waliin mari’atan.
Mariisaaniin Hariiroo…
Obbo Aganyaaw Tashaagar Ambaasaaddara Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaaw Tashaagar Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa Isteefan Joobiin waliin hariiroo biyyoota lameeniirratti…
Saafaariikoom Finfinneetti tajaajila neetiwoorkii maamiltootaa jalqabsiise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Saafaariikoom Magaalaa Finfinneetti tajaajila neetiwoorkii maamiltootaa jalqabsiiseera.
Sagantaa jalqabsiisa tajaajilichaa hoggantoonni hojii…
Baratootaaf haala mijeessuun itti gaafatama maatii fudhannee hojjachaa jirra-Ministira Barnootaa
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Baratoota qormaataaf dhufaniif haala mijeessuun itti gaafatama maatii fudhannee hojjachaa jirra jechuun Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeessar…
Pireezidaant Wiiliyaam Ruutoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan.
Pireezidaantichi wayita Finfinnee gahan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Ityoophiyaan damee Aviyeeshiniin Chaayinaa, Raashiyaa Hindii fi Xaaliyaanii waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan damee Aviyeeshiniin Chaayinaa, Raashiyaa Hindii fi Xaaliyaanii waliin hojjechuuf kan dandeessisu waliigaltee mallatteessiteeti.…
Waltajjiin qabeenya jijjiirrama Qilleensaa fi Godaansarratti mari’atu Ityoophiyaatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Waltajjiin Hayyoota Biyyaalessaa fi Idil Addunyaa qabeenya jijjiirrama Qilleensaa fi Godaansarratti mari’atu Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jira.…
Hariiroon hoggantoota gidduu jiru gaarii yoo ta’e, haalli ummata keessa jirus gaarii ta’a – Aadde…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Hariiroon hoggantoota gidduu jiru gaarii yoo ta’e, haalli ummata keessa jirus gaarii ta’a jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…