Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti baatiwwan sadan darban hojiin misoomaa fi bulchiinsa gaarii karaa qindoomina qabuun…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan sadan darban hojiin misoomaa fi bulchiinsa gaarii karaa qindoomina qabuun hojjetamuu ibsameera.
Bulchiinsi magaalichaa…
Hordoftoonni Amantaa Islaamaa qormaata kutaa 12ffaa qoraman Fulbaana 28, ayyaana Mawuliidaa kabajuun…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Hordoftoonni Amantaa Islaamaa qormaata kutaa 12ffaa qoraman Fulbaana 28 ayyaana Mawuliidaa kabajuun Fulbaana 29 haala addaan akka seenaan haalli mijachuu…
Manni Marichaa Fulbaana 30 hanga Onkololeessa 1, 2015tti Yaa’ii Idilee ni gaggeessan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Fulbaana 30 hanga Onkololeessaa 1, 2015tti Yaa’ii Idilee 1ffaa waggaa 2ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa ni gaggeessan jedhame.…
Komishiniin Waldaalee Hojii Gamtaafi Baankiin Misoomaa waloon Waldaalee Horsiisa Beelladaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Komishiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Ityoophiyaafi Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa magaalota 90 keessatti Waldaalee Horsiisa Beelladaafi oomishtoota bu’aalee…
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa RIBf deeggarsaa Birrii miiliyoona 49 taasise
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Raayyaa ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoonaa 49 taasiseera.
Deeggarsichaa kaantibaan magaalaa…
Sagantaan babal’ina bu’uraalee misoomaa magaalootaa namoota miiliyoona 6 ol fayyadamoo…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Magaaloota 117 keessatti wixineen sagantaa babal'ina bu'uraalee misoomaa magaalootaa namoota miiliyoona 6 ol fayyadamoo taasisu, qophaa’ee hojiirra oolaa…
Piroojektiin Bishaan Roobaa kuusuu ‘Hidha Qa’ee kootti’ jedhu ifatti eegale
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Naannolee hongeef saaxilamoo ta’anitti Piroojektiin Bishaan Roobaa kuusuu ‘Hidha Qa’ee kootti’ jedhu ifatti eegaluu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii…
Tookiyootti waltajjiin filannoowwan invastimantii Ityoophiyaa beeksisu gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Jaappaan magaalaa Tookiyootti waltajjiin carraafi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaa beeksisu gaggeeffame.
Waltajjicha Komishinii Invastimantii…
Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen Hojii Rawwachiisaa Olaanaa Gamtaa Talaallii Gaavii waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Hojii Rawwachiisaa Olaanaa Gamtaa Talaallii Gaavii Dooktar Seet Barkileeyiin waliin mari’atan.
Mariin isaanii…
Afaaritti iddoolee balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin ittisaa dursee hojjetamuu qaba –…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) –Naannoo Afaaritti bakkeewwaan balaa lolaaf saxilamoo ta’an dursanii ittisuuf hatattammaa hojjatamuu akka qabu Pireezidaantiin nannichaa Obbo Awaal Aarbaan…