Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Olaanooniifi hojjettoonni Paartii Badhaadhinaa RIB’f dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015(FBC)- Hoggantoonni Olaanooniifi hojjettoonni Paartii Badhaadhinaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Sagantaan dhiiga arjoomuu Waajjira olaanaa…
Mootummaan walitti bu’iinsicha furuuf tarkaanfii furmaataa kamiyyuu fudhachuu cimsee itti fufa-TKM
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Mootummaan walitti bu’iinsicha furuuf tarkaanfii furmaataa kamiyyuu fudhachuu cimsee kan itti fufu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Ityoophiyaan tokkummaa ardii Afrikaa cimsuu keessatti gahee adda duree taphachuu itti fufti –…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan tokkummaa Ardii Afrikaa cimsuuf gahee adda duree taphachuu itti fufti jedhan Waajjira Muummee Ministiraatti Ministirri Ijaarsa Sirna…
Kutaa magaalaa Qirqoositti balaa sigiga ijaarsa dallaa daandiin lubbuun namootaa 2 darbe
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qirqoos aanaa 03tti balaa sigiga ijaarsa dallaa daandiin lubbuun namootaa 2 darbuu ibsame.
Balaa sigiga ijaarsa…
Godinichi RIB’f deeggarsa Birrii miiliyoona 41.8 ol taasise
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Godinni Walloo Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 41.8 olitti tilmaamamu taasise.
Deeggarsichi aanaaleefi bulchiinsota…
Ityoophiyaan miseensa Mana Maree Dhaabbata Siiviil Ayiveeshinii Idil Addunyaa ta’uun filatamte
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) - Ityoophiyaan miseensa Mana Maree Dhaabbata Siiviil Ayiveeshinii Idil Addunyaa ta'uun filatamteerti.
Dhaabbatichi biyyoota 193 miseensummaan kan of…
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaaf qophii gahaan taasifameera-BBO
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30 irraa eegalee kennamuuf qophii gahaan taasifamuu Hoogganaan Biiroo Barnootaa…
Ambaasaaddar Alamtsahaay Masarat Ministir Deetaa Dhimma Alaa Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Ugaandaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamtsahaay Masarat Ministir Deetaa Dhimma Alaa Ugaandaa Okeelloo Oriyam waliin mari’atan
Ugaandaatti Embaasiin…
Dhaloota Hojii Jaalatu Oomishuun biyya badhaate arguuf gahee guddaa qaba – Aadde Mufaariyaat…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Dhaloota Hojii Jaalatu Oomishuun Carraa Hojii uummachuurra darbee biyya badhaate arguuf gahee Guddaa Qaba jedhan Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa…
Aadde Mufaariyaat Kamiil Kaabinee magaalaa Dirree Dawaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kamiil kaabinee bulchiinsaa Magaala Dirree Daawaa waliin mari’ataniru.
Yaadoota haaraa carraa…