Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti bara 2014 lakkoofsi namoota balaa tiraafikaan du’anii hir’achuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Bara 2014 rakkoo nageenya daandiin lakkoofsi namootaa lubbuun isaanii darbee kan bara 2013 yoo walbira qabamu %11.4’n hir’achuu Manni Maree Nageenyaa…
Embaasiin Raashiyaa meeshaalee qorannoo maariyyee jaldeessaa 500 Inistiitiyuutichaaf kenne
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Embaasiin Raashiyaa meeshaalee qorannoo dhibee maariyyee jaldeessaa 500 Inistitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophyaaf kenne.
Meeshaaleen qorannoo kunneen…
Sulultaatti Manni barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Walee Lubee Birrii miiliyoona 35’n ijaarame…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Manni barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Walee Lubee baajata Bulchiinsa Magaalichaa Birrii miiliyoona 35'niin ijaarrame…
Warshaa farra aramaa fi ilbiisotaa Adaamii Tulluu deeggarsi akka barbaachisu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Warshaan farra aramaa fi ilbiisotaa Adaamii Tulluu humna guutuun oomishuu akka danda’uuf deeggarsa barbaachisaa akka taasisan Ministirri Ministeera…
Godaambaan Saayinsii Ityoophiyaa eebbifame miidhagina magaalaaf qooda olaanaa qaba – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Godaambaan Saayinsii har’a eebbifame miidhagina magaalaa Finfinnee dabaluuf qooda olaanaa qabaachuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen…
Mootummaa fi Ummanni naannoo Kibbaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Mootummaa fi Ummanni naannoo Kibbaa Birrii miiliyoona 70 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Itti aantuun Af Yaa’ii fi…
Afrikaanonni Artifiishaal Intalajansii guddinaa ardittiif oolchuuf walta’uu barbaachisa –MM Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Afrikaanonni Artifiishaal Intalajansii guddinaa fi badhaadhina ardittiif oolchuuf akka walta’an Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waamicha dhiyeessan.…
Qamadii alaa galu hambisuun ga’umsa alatti erguu cimsuun murteessaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Qamadii alaa galuu hambisuun ga’umsa biyya alatti erguu cimsuun murteessaa ta’uun Biiroon Qonnaa Naannoo Kibbaa ibse.
Waltajjiin sosochiin qamadii…
Argisiisni suuraa “Waa’ee Ityoophiyaa” Gambeellaatti baname
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) –Argisisni suuraa “Waa’ee Ityoophiyaa “ jedhu Naannoo Gambeellaatti banameera.
Argisiisichas Pireezidaantii Mootummaa Naannnoo Gambeellaa Obbo Umud…
MM Abiy Ahimad Gola Hambaa Saayinsii Ityoophiyaa eebbisiisan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gamoo boca amartii fi hanqaquu qabaatee ijaarame Giddugalli Gola Hambaa Saayinsii Ityoophiyaa eebbisiisaniiru.…