Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaaleen Kambaataa Xambaaroofi Halaabaa RIB’f deeggarsa taasisan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Godinaaleen Kambaataa Xambaaroofi Halaabaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaafi akaakuu taasisan.
Godinni Kambaataa Xambaaroo Raayyaa Ittisa…
Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen miseensota koree hojii raawwachiistuu kookasii dubartootaa mana…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miseensota koree hojii raawwachiistuu kookasii dubartootaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa waajjira isaaniitti…
Milkaa’ina marii biyyaalessaaf gahee keenya ba’achuu qabna- Jaarsolii Biyyaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) –Mariin biyyaalessaa akka milkaa’uuf gahee isaanii kan ba’atan ta’uu Jaarsoliin Biyyaa dubbatan.
Abbaan Gadaa Tolasaa Sayifaafi Abbaan Gadaa Gadaa…
Qaamolee Ayyaanonni milkaa’inaan akka xumuramaniif gahee olaanaa ba’ataniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaamolee Ayyaanonni milkaa’inaan akka xumuramaniif gahee olaanaa ba’ataniif beekamtiin kenne.
Bulchiinsi magaalichaa…
Namoonni gareen gurmaa’uun qabeenya Birrii kuma 700 ol hatuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Namoonni 8 gareen gurmaa’uun shiboo elektirikaa Birrii kuma dhibba 7fi kuma 28tti shallagamu hatuun shakkaman to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Sagantaan biyyoonni Afriikaa 55 irratti hirmaatan Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Sagantaan sadarkaa Ardii “Afrikaa Afrikaanotaaf” jedhu biyyoota Afrika 55 hirmaachise Finfinnee Paarkii Michummaatti akka gaggeeffamu ibsame.
Sagantaa…
Ministeerri Indaastirii raayyaa ittisaaf Birrii miiliyoona 16 deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Ministeerri Indaastirii fi dhaabbileen waamamtootaa raayyaa Ittisaa biyyaaf deeggarsaa maallaqaa fi akaakuu Birrii miiliyoonaa 16tti tilmamaamuu…
Balaa lolaa naannichaa waaraan furuuf hojjetamaa jira- Injinar Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Balaa lolaa naannoo Gaambeellaa irra deddeebiin mudatu waaraan furuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Injinar…
Meeshaaleen daandii baaburaa Birrii miiliyoona 100 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Birrii miiliyoona 100 olitti kan tilmaamu meeshaaleen ijaarsa daandii baaburaaf oolan saamamuun seeraan alaa wayita daddabarfaman to’atamuu Poolisiin…
Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona 34.2tti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Godinni Walaayittaa deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoona 34.2tti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf taasiiseera.
Godinichi Sangoota 116 fi…