Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Somaaliyaa daawwannaa xumuranii gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)-Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa isaanii xumuranii gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Muummee Ministiraa Abiy Ahimadis buufata xiyyaaraa…
Ambaasaaddar Fitsuum Araggaan Xalayaa muudama isaanii bulchituu Kaanaadaaf dhiyyessan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Ambaasaaddar Fitsuum Araggaan Xalayaa muudama isaanii bulchituu Kaanaadaa Meerii Saayimaaniif dhiyyeessaan.
Ambaasaaddar Fitsuum hariiroo Ityoophiyaafi…
Irreechaan walqabatee daandiiwwan cufaman ifoomaan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Finfinneetti Ayyaanni Irreecha kabajamee hanga xumuramutti daandiiwwan cufaman ifoomaniiru.
Haaluma kanaan:-
• Buufataa…
Qosheetti ibiddaan qabeenyi Birrii miiliyoona 60 manca’e
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) -Guyyaa har’aa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Aanaa 01 naannawaa Qoshee jedhamuun beekamutti balaa ibiddaa sa’a 10:30’tti mudateen qabeenyi…
Seenaa, eegumsa hambaa fi Arkiyooloojiin tumsi faayinaansii Faransaay kan baroota…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) - Seenaa, eegumsaa hambaa fi hojiilee arkiyooloojiirratti tumsi faayinaansii faransaay kan baroota dheeraati jechuun Pireezidanti FDRI Saahilawarqi Zawudee…
Irreechaan walqabatee daandiiwwan cufaman ifoomaan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Finfinneetti Ayyaanni Irreecha kabajamee hanga xumuramutti daandiiwwan cufaman ifoomaniiru.
Haaluma kanaan:-
• Buufataa Xiyyaaraa Boolee, Galma…
Shamarree Hawwii Maatiyoos dorgommii Miidhaginaa ‘Miis Turiizimii Oromiyaa’ bara kanaa injifatte
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Shamarree Hawwii Maatiyoos dorgommii Miidhaginaa ‘Miis Turiizimii Oromiyaa’ bara kanaa injifatteetti.
Dorgimmii kana irratti waliigalaan Shamarran 16…
Pireezidaanti Saahilaqwarqi xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota 11 fuudhan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee waajjira isaaniitti xalayaa muudamaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota 11 fuudhaniiru.…
Aanaa Beer’aanootti pirojektiin jallisii lafa hektaara 124 misoomsu eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Naannoo Somaalee Godina Shabalee Aanaa Beer’aanootti lafa hektaara 124 misoomsuuf ga’umsa kan qabu pirojektiin misooma jallisii eebbifameera.
Baasii…
Ityoophiyaanonni lammiileef deeggarsa taasisuun dirqama amantaa akka bahatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sababa balaawwan namtolchee fi uumamaan lammiilee miidhaaman Ityoophiyaanonni hundi deeggarsa taasisuun dirqama amantii isaanii akka bahatan abbootiin…