Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Amb. Silaashii Baqqalaa Walitti Qabaa Dhimmoota Tikaa Seneetii Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silaashii Baqqalaa Walitti Qabaa Dhimmoota Tikaa Seneetii Ameerikaa Maarki Wiirnaar waliin mari’ataniiru.
Marii…
Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi raawwate
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi Batsakaanaa Sillaasee Kaateediraaliitti har’a raawwateera.
Sagantaan gaggeessa reeffa Artistii Maadiingoo…
Jala bultiin Irreechaa Kutaalee Magaalaa Finfinneetti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Jalaa bultiin Ayyaanaa Irreecha Hora Finfinnee sirnoota garaagaran Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti kabajameera.…
Magaalaa Adaamaatti ergamtoonni Shaneefi ABUT 82 to’atamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti meeshaalee waraanaa garaagaraa dabalatee ergamtoonni Shaneefi ABUT 82 to’atamuu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa magaalichaa ibse.…
Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoofi Korporeeshiniin Intel waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoofi Korporeeshiniin Intel waliin hojjechuuf sanada waliigaltee waliif mallatteessan.
Waliigaltichaan ijaarsa dandeettii…
Pireezidaantiin Somaaliyaa Poolisii Federaalaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad Ityoophiyaatti Waajjira Olaanaa Poolisii Federaalaatti argamuun daawwannaa hojii taasisan.…
Shaashamanneetti sagantaan nyaata barattootaa Birrii miiliyoonaa 43 oliin eegale
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)-Magaalaa Shaashamanneetti sagantaan nyaata barattootaa Manneen barnootaa 30 kennamu Birrii miiliyoona 43.7’n eegaleera.
Sagantaa kanaan magaalattiitti…
Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan.
Sagantaan hundeeffama…
Naannoon Hararii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 taasise
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Naannoon Hararii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31’tti tilmamamu taasise.
Deeggarsichaas Ittaantuu Pireezidaantii Naannichaa Aadde…
Humnichi Irreechi nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisaan xumuramuu ibse
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa ibse.
Humni Waloo Nageenyaa abbootii gadaafi…