Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shariikummaa gadadoo keessaa ba’uuf imala Shikkirrii
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Aadde Elemaa Bulee Jiraattuu Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaabaalloo yoo taatu maqaa masoo Shikkirrii jedhamuun beekamti.
Aadde Elemaan…
Baazaariin Irreechaa Giddugala Aadaa Oromootti baname
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2015 sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti baazaariin banameera.
Baazaarichaan uffanni , faayyiifi…
Shariikummaa gadadoo keessaa ba’uuf imala Shikkirrii
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Aadde Elemaa Bulee Jiraattuu Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaabaalloo yoo taatu maqaa masoo Shikkirrii jedhamuun beekamti.
Aadde Elemaan…
Yaa’ichi Ityoophiyaan eejjennoo ishee kan itti hubachiisteedha-Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Yaa’ii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaarratti Ityoophiyaan dhimma Hidhaa Guddicha Haaromsa fi waraanaa kutaa Kaabaa biyyattirratti eejjennoo…
Sagantaan hundeeffama Waldaa Qorannoo Oromoo Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sagantaan hundeeffama Waldaa Qorannoo Oromoo Magaalaa Finfinnee Hoteela Ililliitti gaggeeffamaa jira.
Jala bultii Ayyaana Irreechaa irratti hayyoonni…
Bakki irreeffannaa Doloolloo Buddeenaa qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Finfinneetti bakka irreeffannaa Doloollo Buddeenaa jaarsolii biyyaa, namoota bebbeekamoo fi jiraattota waliin ta’uun qulqulleessuu Kantiibaan Magaala…
Ada’aa Bargaatti balaa konkolaataan lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) –Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaatti balaa konkolaataa guyyaa har'aa sa'aatti 6:30tti muudateen lubbuun namoota 15 darbuu Waajjira Poolisii Aanaa…
Irreechi duudhaa isaan akka kabajamu Bulchiinsi magaalichaa qophii taasisaa jira-BATF
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Irreechi duudhaa isaa eeggatee bifa hawwataan akka kabajamu Bulchiinsi Magaalaa Finfnnee qophii barbaachisaa taasisaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi…
Ityoophiyaatti Embaasiin Raashiyaa boqochuu Maadiingoon gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti Embaasiin Raashiyaa boqochuu Artisti Maadiingoo Afawarqiin gadda itti dhaga’ame ibseera.
Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Raashiyaa…
Ityoophiyaan ijoollee ishee yaada rakkoolee furan qabaniin guddina ishee itti fufsisti-Aadde…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan ijoollee ishee yaada rakkoolee furan qabaniin guddina ishee itti fufsisti jechuun Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat…