Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Jilaa Itti Aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaan durfamuu Finfinnee gale
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Gareen Jilaa Itti Aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Jeneraal Taabaan Deengaayiin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee seeneera.
Jilichi wayita Buufata…
Obbo Dastaa Leeddaamoon Ityoophiyaatti Ambaasaddara Isiraa’el walin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoon Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Isiraa’eel Allelinyi Admaasuu waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Boordichi murtoo Ummataa Naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf baajata Birrii miiliyoona 541.2 gaafate
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalesaa Murtoo Ummataa naannoo Ummattoota Kibbaatti gaggeeffamu raawwachiisuuf baajata Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 41…
Zammanee Kaaseen to’annoo jala oole
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Yakka garaagaraan shakkamuun barbaadamaa kan ture Zammanee Kaaseen to’annoo jala ooluu Komishiniin Poolisii Naannoo Amaaraa beeksiise.
Shakkamichi…
Hoggantoonni manni marichaa miseensota Paarlamaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimmoota Fayyaa, Misooma Hawaasummaa, Aadaa fi Ispoortii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Miseensota Paarlaamaa Awurooppaa waliin…
Kuufama qabeenyaa naannawaa jiru adda baasuun beekkumsa murteessaadha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Kuufama qabeenyaa naannawaa jiru adda baasuun beekkumsa murteessaadha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Jilli Muummee Ministiraa Abiy…
Oromoon madaa ukkaamsaa mirgaa fi gaaffii bara aangoo Shororkeessaa ABUT turerraa hinfayyine-Gamtaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Oromoon madaa ukkaamsaa mirgaa fi gaaffii bara aangoo Shororkeessaa ABUT turerraa hinfayyine jedhan Gamtaan Abboottii Gadaa Oromoo.
Misensonni…
Ityoo Teeleekomii fi Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Barattootaaf meeshaalee barnootaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) - Ityoo Teeleekomii fi Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Godina Arsii Aanaa Martiitti barattoota harka qalleeyyii kuma 1 fi 200f meeshaalee…
Kaabineen naannichaa Sagantaa babal’ina dhaabbileefi bu’uuraalee misoomaa magaalaaf bajata Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Kaabineen naannoo Hararii raawwii Sagantaa babal’ina dhaabbileefi bu’uuraalee misoomaa magaalaaf bajata Birrii miiliyoona 203 ol raggaasisuu ibsame.…
Manneen Barnootaa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an 200 deebisanii ijaaruuf karoorfamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Manneen Barnootaa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an keessaa manneen barnootaa 200 deebisee ijaaruuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa ibse.…