Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Faanaan damee miidiyaan muuxannoo addunyaa qindeessuun misoomaafi maqaa gaarii biyyattiif hojjeta-…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Faanaan damee miidiyaan muuxannoo addunyaa qindeessuun misoomaafi maqaa gaarii biyyattiif kan hojjetu ta’uu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa…
Dhiyeessii manneen magaalotaa %84 guddisuuf hojjetamaa jira-Ministeericha
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Dhiyeessii manneen magaalotaa %64 irraa gara %84tti guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.…
Pireezidaanti Shimallis ergaa baga geessanii bara barnootaa 2015 dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii bara barnootaa 2015 dabarsan.
Jalqabamuu bara barnootaa 2015n…
Miseensonni Manneen Maree Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Miseensonni Mana maree Bakka Bu’oota Uummataafi Mana maree Federeeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman.
Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota…
Injinar Taakkalaa Uumaan oomishtoota Warqee naannoo Beenichaangul waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaafi Pireezidaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz obbo Ashaadilii Hasan oomishtoota Warqee naannichaa …
Maddi Anniisaa Qilleensaa Ayishaa 2ffaan Kuusaa Humna Elektirikaa biyyaalessaa waliin walquunname
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) –Hojiin Piroojektii madda Anniisaa Qilleensaa Ayishaa 2ffaan Giriidii Humna Elektirikaa biyyaalessaa waliin walquunnamsiisuu milkiin xumurame.
Yaaliin…
Finfinneetti sagantaan adeemsa baruu fi barsiisuu bara 2015 eegalchiisuu gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan adeemsa baruu fi barsiisuu eegalchiisuu bara 2015 dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfaa hunda keessatti…
Pireezidaantii Alsiisiin Xalayaa muudama Ambaasaaddara Ityoophiyaa fuudhan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Ijipti Abdul Fattaa Al Siisiin xalayaa muudamaa Ijiptitti Ambaasaaddara Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hasan Ibiraahiim Muusaa fuudhaniiru.…
Humna Qilleensaa Ityoophiyaafi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 12 taasifame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Humna Qilleensaa Ityoophiyaafi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 12tti shallagamu taasifame.
Kutaan Magaalaa Boolee waajjira kantiibaa…
Daandiin Gaambeellaa-Finfinnee sababa sigiga lafaan cufamee ture tajaajila eegaluu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Daandiin Aspaaltii Gaambeellaa-Finfinnee sababa sigiga lafaan cufamee ture tajaajila eegaluu Bulchiinsa Daandiiwwanii Ityoophiyaatti dameen Jimmaa…