Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Gaambeellaa-Finfinnee sababa sigiga lafaan cufamee ture tajaajila eegaluu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Daandiin Aspaaltii Gaambeellaa-Finfinnee sababa sigiga lafaan cufamee ture tajaajila eegaluu Bulchiinsa Daandiiwwanii Ityoophiyaatti dameen Jimmaa…
Hawaasni Musliimaa magaalaa Shaashamannee jiraattoota aanaa Shaallaaf deeggarsa taasiisanHawaasni…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) - Hawaasni Musliimaa magaalaa Shaashamannee jiraattoota aanaa Shaallaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiisaniiru.
Jiraattoonni kunneen daakuu kuntaala…
Naannawaa manneen barnootaatti gochoota badii ittisuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Bara barnootaa haaraatti naannawaa manneen barnootaatti gochoota badii ta’an ittisuun dhaloota naamuusa gaarii qabu horachuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu…
Namni dhuunfaa meeshaalee waraanaa seeraan ala daddabarsuun shakkame meeshaalee waraanaa 20 waliin…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namni dhuunfaa meeshaalee waraanaa seeraan ala daddabarsuun shakkame meeshaalee waraanaa 20 waliin to’atamuu Komishiniin Poolisii…
Dhalattoonni Tigraay Hararii jiraatan waraana gareen ABUT bane balaaleffatan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Dhalattoonni Tigraay naannoo Hararii jiraatan waraana gareen shororkeessaan ABUT marsaa 3ffaan bane balaaleffatan.
Dhalattoonni Tigraay naannicha…
Ummanni Tigiraay Shororkeessaa ABUT’n ni gaha jechuunii akka qabu hidhattoonni garechaa to’ataman…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Ummanni Tigiraay garee shororkeessaa ABUT’n ni gaha jechuu akka qabu hidhattoonni garechaa Raayyaa Ittisa Biyyaatiin to’ataman himan.
Hidhattoota…
Waltajjiin marii Afyaa’iiwwan biyyaalessaa Baahirdaaritti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Afyaa’iiwwan naannolee hundaa fi bulchiinsa magaalotaa akkasumas miseensotaa mana maree gargaagara kan hammate waltajjiin marii Afyaa’iiwwanii…
Dhiibbaawwan dippiloomaasii ittisuuf gaheen diyaaspooraa itti fufu akka qabu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Birmadummaa biyyaa cimsuuf sochiiwwan taasifaman keesaatti dhiibbaawwan dippiloomaasii ittisuuf gaheen diyaaspooraa cimee itti fufuu akka qabu Ministir…
Manni Marichaa Naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 14 taasise
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Naannoo Afaariif deeggarsa akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 14’tti tilmaamamu taasise.
Deeggarsichas Ittaantuu…
Lafa sirnaa fi teeknoolojiin hogganuun itti fayyadama isaa hojirra oolchuun ga’ee nama hundaati…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Lafa sirnaa fi teeknooloojiin hogganuun itti fayyadama isaa hojirra oolchuun ga’ee nama hundaa ta’uu Biiroon Lafaa Oromiyaa beeksiise.
Biiroo lafaa…