Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lafa sirnaa fi teeknoolojiin hogganuun itti fayyadama isaa hojirra oolchuun ga’ee nama hundaati…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Lafa sirnaa fi teeknooloojiin hogganuun itti fayyadama isaa hojirra oolchuun ga’ee nama hundaa ta’uu Biiroon Lafaa Oromiyaa beeksiise.
Biiroo lafaa…
Hariiroo Ityoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa caalmaatti cimsuuf ni hojjenna – Ministira Alaa Afrikaa…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Hariiroo Ityoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa caalmaatti cimsuuf xiyyeeffaannoo addaan kan hojjetu ta’uu Ministireerri Dhimma Alaa Afrikaa Kibbaa beeksiise.…
Ityoophiyaanoonni Hidha Haaromsaaf tumsa taasiisan akka cimsan gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Ityoophiyaanoonni Hidha Haaromsaaf tumsa taasiisan akka cimsan Abbootiin Amantaalee gaafatan.
Qabeenya waloo lammiilee Ityoophiyaa hundaa kan ta’e…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Daandii Qilleensaa Fe’umsaa Filatamaa jedhamuun badhaafame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Daandii Qilleensaa Fe’umsaa Filatamaa Afrikaa bara 2022 jedhamuun badhaafame.
Afrikaa keessatti tajaajila fe’umsaa…
Kitaabni ” Waan Hojjjachuu Qabdu Hojjadhu Ambaasaaddar” jedhuu eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Kitaabni Ityoophiyaatti Ambaasanaddara Indoonezhiyaan Afaan Ingiliziin barreeffamee afaan Oromootti hiikame har’a eebbifameera.
Kitaaba kanas…
Naannoo Harariitti Gamoo Biiroo Birrii biiliyoona 1.7 ijaarramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Gamoo Biiroo Birrii biiliyoona 1.7 ijaarramuuf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
Gamoon kun hanqina…
Bulchiinsi magaalichaa qaamolee sirna barnootaa haaraa qopheessaniif beekkamtii laate
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaamolee sirna barnootaa haaraa qopheessaniif beekkamtii fi Badhaasa laateera.
Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach…
Guyyaan Turizimii Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti kabajama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Guyyaan Turizimii Ityoophiyaa bara kanaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti kan kabajamu ta’uu Ministeerri Turizimii beeksiise.
Guyyaan kun Fulbaana 13…
Hidhattoonni ABUT weerara naannolee Amaaraa fi Afaariitti bananiin jiraattootarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Hidhattoonni garee shororkeessaa ABUT weerara naannolee Amaaraa fi Afaariitti bananiin jiraattootarra miidhaan qaqqabuu ibsame.
Weerara humni…
Shawaa Kibba Lixaatti Feestivaaliin agarsiisa Aadaa ayyaana Masqalaa bifa addaan eegalame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Feestivaaliin agarsiisa Aadaa jala bultii ayyaana Masqalaa bifa addaan eegalameera.
Sirni qunnii buqqifannaa Baatii Qaamee…