Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shawaa Kibba Lixaatti Feestivaaliin agarsiisa Aadaa ayyaana Masqalaa bifa addaan eegalame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Feestivaaliin agarsiisa Aadaa jala bultii ayyaana Masqalaa bifa addaan eegalameera.
Sirni qunnii buqqifannaa Baatii Qaamee…
Dubartoonni magaalaa Yaaballoo Raayyaa Ittisaaf Galaa qopheessan
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Dubartoonni magaalaa Yaaballoo Raayyaa Ittisaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf falmataa jiruuf Galaa qopheessaniiru.
Gareen Shororkeessaa ABUT hanga…
Maallaqaa fi sanadota sobaa namni maxxansaa ture to’atame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Namni dhuunfaa maallaqaa fi sanadoota sobaa maxxansuun raabsaa ture to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Kanaan dura FInfinnee…
Finfinneetti Fulbaana 9,2015 barnoonni ni eegala
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Fulbaana 9,2015 adeemsi baruu fi barsiisuu kan eegalu ta'uu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise.
Barnoota eegaluuf qophii…
Hoggantoonniifi hojjettoonni waajjira Muummee Ministeeraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Hoggantoonniifi hojjettoonni waajjira Muummee Ministeeraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Waajjirichatti hojii raawwachiisaa olaanaan…
Guyyaan waraqaa eenyummaa biyyaalessaafi sagantaan jalqabsiisa waraqaa eenyummaa diijitaalaa…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Guyyaan waraqaa eenyummaa biyyaalessaafi sagantaan jalqabsiisa waraqaa eenyummaa diijitaalaa hoteela Sharaatan Addisitti gaggeeffame.
Daayrektarri…
Magaalaa Naqamteetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota lamaa darbe.
Magaalaa Naqamtee kutaa Bulchiinsa Soorgaatti Konkolaataan…
Waldichi barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 1 fi 500’f meeshaalee barnootaa deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Waldaan qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa Damee Arsii barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 1 fi 500’f deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise.
Waldichi…
Naannoon Oromiyaa yeroo 2ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 242 ol taasise
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Naannoon Oromiyaa yeroo 2ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 42 ol taasise.
Naannichi sangoota…
Qajeelfamni meeshaalee taajaajila dhuunfaa alaa galanii fooyya’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Qajeelfamni meeshaalee taajaajila dhuunfaa alaa galanii fooyya’uu Komishiniin Gumruukaa beeksise.
Qajeelfamni haala meeshaalee tajaajila dhuunfaa alaa…