Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara haaraatti galma qamadii gabaa alaatti dhiyeessuuf qabannetti dhiyaanneerra-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Bara haaraa eegalletti qamadii gabaa alaatti dhiyeessuuf galma qabannetti dhiyaanneerra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Jilli Muummee…
Sirna federaalaa cimsuuf gurmaa’iinsa dhaabbilee diriirsuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Sirna federaalaa cimsuufi fayyadamummaa uummataa haqa qabeessa mirkaneessuuf gurmaa’iinsa dhaabbilee diriirsuun barbaachisaa ta’uu Manni Maree Federeeshinii…
Sirni barnootaa haaraan dhalootaa rakkoo furuu horachuuf gahee olaana qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Sirni barnootaa haaraan beekumsa biyya keessaatti fayyadamuun dhalootaa rakkoo furuu horachuuf gahee olaana qabaachuu ibsame.
Guutummaatti hojiirra…
Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasise
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Godinni Baalee Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasise.
Deggarsi godinichi taasise sangoota 65, re’oota kuma 1…
Hiriirri balaaleffannaa shororkeessaa ABUT fi Ameerikaan tarkaanfii akka fudhattu gaafatu…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Shororkeessaan ABUT waraana bane kan balaaleffatuu fi Ameerikaan garecharratti tarkaanfii akka fudhattu kan gaafatu hiriirri nagaa Dilbata dhufu…
Saamichi boba’aa ABUT raawwate hojii deeggarsa namoomaa danqeera- Deeviid Beeslii
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Saamichi boba’aa garee shororkeessaan ABUT raawwate hojii deeggarsa namoomaa danquu Daayrektarri Olaanaan Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Beeslii ibsan.…
Invastaroonni Sa’uud Arabiyaa carraa Invastimantii Ityoophiyaan qabdurratti akka hirmaatan gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Saa’uud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leenchoo Baatiin invastaroonni Sa’uud Arabiyaa carraa Invastimantii…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Hararii haala yeroorratti hayyoota waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Hararii haala yeroorratti hayyoota dhaabbilee olaanoo naannicha keessatti argaman waliin mari’ateera.
Weerara yeroo 3ffaa…
Magaalichatti Sagantaa nyaata barattootaa ilaalchisee qophii ga’aan taasifamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Sagantaa nyaata barattootaa bara barnootaa 2015 ilaalchisee kan kanaan duraarra qophii ga’aa taasisuu Daayrektarri olaantuun…
Oromiyaatti galmeen Barattootaa Fulbaana 8, 2015 xumurama
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa galmeen Barattootaa Fulbaana 8, 2015 kan xumuramu ta’uu beeksiise.
Biirichi Galmeen Barattootaa Fulbaana 08/2015 kan…