Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wixineen labsii gatii manneen kiraa murteessuuf qophaa’e barana ni ragga’a jedhameetu eegama
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Wixineen labsii sadarkaa gatii manneen kiraa murteessuuf qophaa’e bara kana ni ragga’a jedhamee kan eegamu ta’uu Ministirri Ministeera Magaalaafi…
Ityoophiyaan misooma humna namaa guddisuuf qulqullina barnootaarratti hojjechuu qabdi jedhame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan misooma humna namaa guddisuuf qulqullina barnootaarratti xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabdu Gabaasni Agarsiistuu Misooma Humna Namaa…
Hariiroo gaariin Ityoophiyaafi Hindi daran cimuu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Hariiroofi deeggarsi Ityoophiyaafi Hindi gidduu jiru jajjabeessaa waan ta’eef daran cimuu qaba jedhame.
Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi…
Birrii malaammaltummaan saamame miiliyoona 700 ol dhorkuun danda’ameera- Ministeera Haqaa
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Bara baajataa xumurametti Birrii malaammaltummaan saamame miiliyoona dhibba 700 irra dhorkiin kaa’amuu Ministeerri Haqaa ibse.
Ministeerichi bara…
Jiibuutiitti Imbaasiin Ityoophiyaa lubbuu Godaantoota 767 baraaruu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Jiibuutiitti Imbaasiin Ityoophiyaa eegdoota qarqara galaanaa fi qaamolee nageenyaa waliin ta’uun lubbuu Godaantoota Ityoophiyaa 767 baraaruu…
Aadde Adaanach Abeebeen ayyaanni waggaa haaraa nagaan akka xumuramuuf qaamolee gumaachan…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen jala bultiirraa jalqabee ayyaanni jijjiirraa waggaa haaraa nagaan kabajamee akka xumuramuuf qaamolee…
Ummanni Tigraay sababa ABUTn rakkoo hamaa keessa jira – Hidhattoota Garee ABUT
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Ummanni Tigraay sababa garee shororkeessaa ABUTtiin rakkoo hamaa keessa jiraachuu hidhattoonni garichaa ibsan.
Hidhattoonni garichaa Adda waranaa…
MM Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf Keeniyaa galan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf…
Bara baajataa kana ijaarsi sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 ni eegala
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana ijaarsi Piroojektoota sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 kan eegalu ta’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Obbo Shimallis Abdiisaan Warshaa Waldaa Aksiyoona ‘Jabduu Motors’ Eebbisiisaan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Bishooftuutti Warshaa Waldaa…