Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf Keeniyaa galan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf…
Bara baajataa kana ijaarsi sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 ni eegala
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana ijaarsi Piroojektoota sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 kan eegalu ta’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Obbo Shimallis Abdiisaan Warshaa Waldaa Aksiyoona ‘Jabduu Motors’ Eebbisiisaan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Bishooftuutti Warshaa Waldaa…
Jiraattota dhiqaa kalee wal’aanamuuf humna hinqabneef Birriin miiliyoonni 20 ramadame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara 2015tti kaffaltiidhaan dhiqaa kalee wal’aanamuu lammiilee hindandeeyeef Birrii miiliyoona 20 ramaduu Bulchiinsi Magaala Finfinnee beeksise.…
Nageenya waaraa Ityoophiyaa qajeelchuuf hunduu waloon akka dhaabbatu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara haaraatti nageenya waaraa Ityoophiyaa fi imala milkaa’inaa qajeelchuuf hunduu waloon akka dhaabbatu Koomishiniin Marii Biyyaalessaa waamicha…
Tewoodiroos Adihaanoom ABUT’f sagalee ta’uun hojjechaa tureera-Gaazexeessaa Alistar Toomsan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Daayrektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Tewoodiroos Adihaanoom garee shororkeessaa ABUT’f afaan ta’uun waraana odeeffannoo hogganaa turuu…
Haalonni qilleensaa roobaa kennuu danda’an kutaalee biyyatti garaagaraatti itti…
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Haalonni qilleensaa roobaa kennuu danda’an kutaalee biyyatti garaagaraatti itti fufuu akka danda’u fi irra jireessan walakkeessi Lixaa kutaa biyyattii…
Pireezidaanti Saahilawarqi Koonfiraansii dubartootaa fi dargaggootaa eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee koonfiraansii dubartootaa fi dargaggootarratti xiyyeeffachuun Taanzaaniyaatti gaggeeffamuu eegalerratti haasawaa…
Obbo Musxafee Mahaammad Jiraattota godina Afdeer waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaafi qaamolee nageenyaa godina Afdeer waliin dhimmoota misoomaafi nageenyaarratti…
USAID Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaaf konkolaattota 8 deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa USAID Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaaf konkolaattota 8 deeggarsa taasise.
Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun…