Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Musxafee Mahaammad Jiraattota godina Afdeer waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaafi qaamolee nageenyaa godina Afdeer waliin dhimmoota misoomaafi nageenyaarratti…
USAID Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaaf konkolaattota 8 deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa USAID Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaaf konkolaattota 8 deeggarsa taasise.
Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun…
Ityoophiyaannonni mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan hiikaman
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan hiikamuu Taanzaaniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksise.
Lammiileen kunneen tibbana mana…
Finfinneetti giddugalli wal’aansa ijaa Birri miiliyoona 461 ijaarame tajaajila eegale
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Hospitaalaa Minilikitti Birri miiliyoona 461 giddugalli wal’aansa ijaa ijaarame eebbifamee tajaajila eegaleera.
Sirnaa…
Ayyaanni bara haaraa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Ayyaanni jijjiirama bara 2015 rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksiseera.…
Ambaasaaddarichi Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Quwaataarritti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Feyisal Aliyyiin Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar Sulxaan Biin Sa’id Almiriihi waliin mari’atan.…
Walga’iin waloo Komishinii Ministiroota Ityoophiyaafi Aljeeriyaa Finfinneetti gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Walga’iin waloo Komishinii Ministiroota Ityoophiyaafi Aljeeriyaa baatii kana keessa magaalaa Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.
Pireezidaantiin…
Ayyaana bara haaraatti balaan ibiddaa osoo hin uumamiin darbuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Ayyaana jijjiirraa bara haaraatti balaan ibiddaa osoo hin uumamiin ayyaanichi nagaan darbuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Tasaafi Ibiddaa magaalaa…
Saafaariikoom yaalii tajaajila neetwoorkii maamiltootaa Adaamaa fi Baahirdaaritti eegale
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) –Saafaariikoom Ityoophiyaan yaalii tajaajilaa neetwoorkii walitti fufaa magaaloota Adaamaa fi Baahirdaaritti eegaluu beeksise.
Magaalota Adaamaa fi…
Obbo Musxafeen humna Addaa fi Raayyaa Ittisaa naannawaa Afdheeraatti argamu waliin ayyaana kabajan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Humna Addaa fi Raayyaa Ittisaa naannawaa Afdheeraatti argamu waliin ayyaana bara haaraa…