Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Baacaan erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Wiiliyaam Ruutoof geessisan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Pireezidaantii Keeniyaa haaraa filataman Wiiliyaam Ruutoof geessisaniiru.…
Imbaasiiwwanii fi Qoonsilaawwan Ityoophiyaa biyyoota adda addaatti argaman Ayyaana bara haaraa…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Imbaasiiwwanii fi Qoonsilaawwan Ityoophiyaa biyyoota adda addatti argaman Ayyaana bara haaraa haala hoo'aa ta'een kabajaniiru.
Qoonsilaa fi Imbaasiin…
Muusaa Faakiin erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Dura Taa'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat bara haaraa Ityoophiyaatti kabajamaa jiru sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
MM Abiy Ahimad bara haaraa maanguddoottaa fi Harka Qalleeyyii waliin kabajan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa maanguddoottaa fi Harka Qalleeyyii waliin kabajaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Qaamolee Nageenyaa naannoo Afaaritti argamaniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Qaamolee Nageenyaa adda waraanaa naannoo Afaaritti argamaniif deeggarsa horii Qalmaa taasiiseera.
Kantibaa magaalaa…
Miseensonni Raayyaa Ittisaa ayyaana bara haaraa Istaadiyeemii Waldiyaatti kabajaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa Adda waraanaa Walloo jiran Ayyaana bara haaraa Istaadiyeemii Waldiyaatti kabajaa jiru.
Garee shororkeessaa ABUT weerara…
Ityoophiyaan Bara Haaraa Simatte
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan Bara Haaraa 2015 Simatte.
Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun har'a barii sa'aatii 12: 00 irratti Madfiin yeroo 21 dhukaafameera.…
Aadde Adaanach Kutaa Magaalaa Qiirqoositti argamuun lammiilee harka qalleeyyii waliin maaddii…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Qiirqoos Giddu gala Nyaataa Tasfaa Birihaanitti argamuun maaddii qoodaniiru.…
Dhabamuu nageenyaa mul’atu hambisuu fi hojii wabii nyaataan of danda’uu dhugoomsuuf qindoominaan…
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Dhabamuu nageenyaa biyya keenyatti mul’atu hambisuu fi hojiilee wabii nyaataan of danda’uu eegalaman firii akka argamsiisaniif qindoominaan hojjechuun…
Bara 2014 keessa diinonni nu qoranis Ityoophiyaanotaan kaayyoon isaanii fashalaa’eera-Obbo Adam…
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Bara darbe baandonni biyya keessaa fi diinonni seenaa walta’uun yoo nu qoranis Ityoophiyaanota biyya isaanii jaallataniin kaayyoon badii isaanii utuu…