Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara 2014 keessa diinonni nu qoranis Ityoophiyaanotaan kaayyoon isaanii fashalaa’eera-Obbo Adam…
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Bara darbe baandonni biyya keessaa fi diinonni seenaa walta’uun yoo nu qoranis Ityoophiyaanota biyya isaanii jaallataniin kaayyoon badii isaanii utuu…
Tokkummaa cimsuun waraanaa ABUT bane fashaleessaa biyyaa bu’uuressuu barbaachisa-Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Tokkummaa cimsuun waraanaa garee shororkeessaan ABUT bane fashaleessaa biyyaa bu’uuressuu barbaachisa jedhan Pireezidaantiin naannoo hararii Obbo Ordain…
Naannoleen garaagaraa sirreeffamtoota seeraaf dhiifama taasisan
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) –Mootummaan Naannoo Kibbaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 445 dhiifama taasisuu Biiroon Haqaa Naannichaa beeksiseera.…
Faayaalee Warqee saamuun kanneen shakkaman to’annoo jala oolfaman
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Gareedhaan gurmaa’uun uffaannaa dambii Poolisii Federaalaa uffachuun faayaalee warqee saamuudhaan namoonni shakkaman to’annoo jala oolfamaniiru.…
Hawaasni gochaa qaamolee badiisaa raawwachuuf socho’anirraa naannawaa isaa eeguu qaba-Aadde Adaanech…
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Hawaasni ayyaana sababeeffachuun qaamolee gochaa badiisaa raawwachuuf ergama fudhatanii magaalatti jeequu barbaadan, qaamolee nageenyaa waliin ta’uun…
MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Barri moofaan bara haaraan wayita bakka bu'u,…
Barri haaraan injifannoo caaluuf kan itti qophoofnuudha-Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Barri haaraan kan hawwuu fi abdachuu qofa utuu hintaane injifannoo caaluuf kan itti qophoofnu, gara miiraa tokkummaa bityyaalessatti dhufnu ta’uu qaba…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo manneen ijaaran jiraattotaaf dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti manneen jireenyaa fi suuqiiwwan ijaaran jiraattotaaf…
Milkiiwwan 2014 caalmaatti jabeessinee injifannoowwan dachaatiifis haa onnannu- Obbo Fiqaaduu…
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Milkiiwwan keenya bara 2014tti galmaa’an caalmaatti jabeessuun injifannoowwan dachaatiif onnachuu qabna jedhan jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii…
Bara haaraa sababeeffachuun madfiin si’a 21 dhukaafama
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Guyyaa boruu ayyaana jijjirama bara haaraa sababeeffachuun yeroo 21 madfiin akka dhukaafamu eerame.
Haaluma kanaan sa’aatii 12:00 irratti madfiin kan…