Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanonni bara haaraatti nageenya, araaraa fi dhiifama dursuun akka hojjetan Abbootiin…
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni bara haaraatti nageenya, araaraa fi dhiifamaaf dursa kennuun akka hojjetan Abbootiin Amantaa Waamicha dhiyeessaniiru.
Dhaabbileen…
Barri haaraan aadaa hojii keenyarratti jijjiirama bu’uuraa fiduuf kan waadaa ofii gallu ta’uu qaba.
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Barri haaraan 2015 aadaa hojii keenyarratti jijjiirama bu’uuraa fiduuf kan waadaa ofii gallu ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo…
Guyyaa tokkummaa Raayyaa Ittisa Biyyaan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – sadarkaa biyyaalessaatti kan kabajamaa jiru “Guyyaan tokkummaa” Raayyaa Ittisa Biyyattiin kabajamaa jira.
Bakkaa Ittaanaa Muummee Ministiraa fi…
Meedirook mandaara ammayya’aa Birri biiliyoona 50’n ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Meedirook Invastimanti Giruuppiin Birrii biiliyoona 50’n lafa karee meetiraa kuma 250’rratti mandara ammayyaa’aa haaraa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame.…
Amantaa da’eeffachuun shakkamtooni shororkeessummaf qophaa’aa turan to’ataman
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Amataa da’eeffachuun namoonni gochaa shororkeessummaaf qophaa’a turan to’anno jala oolfamuu Humnii Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.
Shakkamtoonnis…
Pireezidaanti Saahilawarq boqachuu Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu Mootiittii Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.
Pireezidaanti Saahilawarq…
Bara 2015tti oomisha Bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 2 argamsiisuuf karoorfamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC)- Bara 2015tti daldala alaa bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 2 argamsiisuuf karoorfamuu ibsame.
Bara baajataa darbetti daldala alaarraa galii Doolaarri…
Naannoon Hararii sirreeffamtoota seeraa 59’f dhiifama taasise
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC)- Naannoon hararii waggaa haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 59’f dhiifama taasisuu ibsame.
Naannichi dhiifama kan taasise sirreeffamttoota…
Miseensonni ABUT Finfinneefi Naannawaasheetti nageenya uummataa booressan 19 to’ataman
Finfinnee, Qaammee 4,2014 (FBC)- Miseensonni garee shororkeessaa ABUT ergama badii fudhachuun Finfinneefi Naannawaasheetti nageenya uummataa booressaa turan 19 to’atamuu Koreen Waloo…
Barri 2015tti gaarummaa, walgargaaruu fi waltumsuu bara darbe ture ittifufsiisuu qabna -Obbo Dastaa…
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Bara 2015 wayita simannu olka’iinsa badhaadhinaa biroof tattafachuu fi gaarummaa, walgargaaruu fi waltumsuu bara darbe ture ittifufsiisuu qabna jedhan…