Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalichaa oomishaafi oomishtummaa dabaluuf indaastiriiwwan oomishaa waliin mari’ate
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee oomishaafi oomishtummaa dabaluuf indaastiriiwwan oomishaa waliin mari’ate.
Bulchiinsi magaalichaa guyyaa oomishtummaa…
Finfinnee fi naannawaa isheetti balaawwan bara 2014 mudateen lubbuun namoota 115 darbe
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC) –Finfinnee fi naannawaa isheetti balaa bara 2014 mudate 511 keessaa lubbun namoota 115 darbuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Tasaa fi Ibbidaa Magaala…
Oromiyaatti bara 2015 qamadii kuntaala miiliyoona 100 argachuuf karoorfame
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC) – Bara 2015’tti qamadii jallisii bonaatin lafa hektaara miliyoona 1 irraa kuntaala miliyoona 38.5 fi qonna Gannaatin lafa heektaara miliyoona 1.7 irraa…
Galteewwan albuudaa alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf hojjetamaa jira- Injinar Taakkalaa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Galteewwan albuudaa alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan…
Oromiyaatti dammi tooniin kumni 77 ol oomishamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2014tti dammi tooniin kumni 77 fi 894 ol oomishamuu ibsame.
Inisheetiivota haaraa akka biyyaatti jalqabaman keessa…
Koomishiniin Gumurukaa manneen jireenyaa fi daldalaa ijaarsisee kenne
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC) - Koomishiniin Gumurukaa namoota harka qalleeyyii fi maanguddootaaf manneen jireenyaa 27 fi manneen daldalaa saddeet Birrii miiliyoona 15 ijaarsise…
Magaalaa Finfinneetti egzibiishiniifi baazaariin qonna magaalaa baname
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)-Magaalaa Finfinneetti Egzibiishiniifi Baazaariin qonna magaalaa oomishaaleen gatii gadi aanaan itti dhiyaatan baname.
Guyyaa oomishtummaa sababeeffachuun…
Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e HGHI daawwate
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa daawwate.
Jilichi hayyoota qorannoo dhaabbilee qabeenya…
Raawwiin oomisha qamadii Oromiyaa gamaaggamamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa raawwii oomisha qamadii gamaaggamaa jiraachuun ibsame.
Waltajjii gamaaggamaa kanarratti Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Paarkiin magariisaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame ebbifamuufi
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Paarkii magariisaa Magaalaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame Sanbata dhufu eebbifamee tajaajilaaf banaa akka ta’u ibsame.
Paarkichi kiiloomeetira…