Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humna Waloo adda Walloo hiriiraniif deeggarsi Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamu taasifame
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dabra Birhaan Humna Waloo Adda waraanaa Walloo hiriiraniif deeggarsa beeyladootaa fi meeshaalee garaagaraa taasise.
Deeggarsi…
Godinichi Avookaadoo gabaa alaaf dhiyeessuuf hojii sassaabbii eegaluu ibsame
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti oomishaa avokaadoo sanyii fooya'aa gabaa biyya alaatti erguuf sassaabbiinsaa eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Ambaasaaddar Silashiin diyaaspooraa sagalee dhageessisan dinqisiifatan
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silashii Baqqalaan Ityoophiyaaf sagalee dhageessisuuf miseensota diyaaspooraa Waashingitan DC’tti hiriira bahan…
Komishinichi hawaasni wayita ayyaana kabaju balaarraa akka of eegu yaadachiise
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Hawaasni ayyaana jijjiirraa baraafi ayyaanota biro wayita kabaju balaarraa akka of eegu komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abidaa magaalaa Finfinnee…
Guyyaan Oomishtummaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Guyyaan oomishtummaa mata duree” milkaa’ina oomishtummaaf tattaaffii waloo guddina biyyaaf” jedhuun magaalaa Finfinnee galma Barkumeetti kabajamaa jira.…
Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa cimsuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa akkasumas paarlaamaa haala cimsuun danda’amurratti mariin gaggeeffame.
Af-yaa’iin Mana…
Oomishtummaa qamadii yoo babal’isne naannawaa keenyaaf kuusaa daabboo ta’uu dandeenya-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)-“Hanga ammaatti oomishtummaa qamadii galmeessisne cimsaa fi babal’isa yoo adeemne wabii nyaataan of danda’uu bira darbee naannawaa keenyaaf kuusaa…
Azeezootti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Magaalaa Gondar Kutaa Magaalaa Azeezoo Xeeddaatti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame.
Shugguxiin kunneen sakatta’iinsa kutaa…
Magaalaa Adaamaatti harka qalleeyyii 257f manni jireenyaa laatame
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyii 257f manneen jireenyaa fi kennaa ayyaanaa laateera.
Kantiibaan…
Obbo Dammaqaan itti aantuu Ministira alaa Siwiizarlaand waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaan itti aantuu Ministira alaa Siwiizarlaand Sirii Waalti waliin…