Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Siwiizarlaand marii siyaasaa waloo 5ffaa gaggeessan
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Siwiizarlaand dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanii haaraa filataman irratti marii siyaasaa gaggeessaniiru.
Ministir Deetaan…
Paartiin badhaadhinaa Manneen jireenyaa haaromse abbootii warraa 11f dabarse
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Paartiin badhaadhinaa guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun Manneen jireenyaa haaromse abbootii warraa 11f dabarseera.
Paartiin Badhaadhinaa…
Godinichatti dargaggoota kuma 100 fi kuma 11’f carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Godina jimmaatti bara 2014tti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma 11’f carraan hojii uumamuu waajjirrii carraa hojii uumuu fi ogummaa godinichaa beeksise.…
Maatii ijoollee 2 balaa lolaan dhabaniif manni jireenyaa fi maallaqni laatame
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee naannawaa Hospitaala Amaanu’eelitti Maatii ijoollee lama balaa lolaan dhabaniif Mana jireenyaa fi Birrii kuma 150…
Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eeggale
Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee 4ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eeggaleera.
Karniivaala kanaan Aadaan uffannaa , sirbi dargaggoofi shamarran…
Dhaabbanni Jibuutii naannawaa daldala bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Dhaabbanni Jibuutii “ Inispeekshin Sooluushin Firii Zoon” jedhamu hojii invastimantiin naannawaa daldala bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii qabaachuu…
Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 eegala-BBO
Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 eegala-BBO
Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 kan eegalu ta’uu…
Finfinneetti guyyaa har’aa lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 23f deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa Tola ooltummaa sababeeffachuun lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 23f deeggarsi taasiifamuu Kantibaan magaalichaa…
Meedirook lammiilee lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise
Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Gareen invastimantii Meedirook naannoo Gambeelaatti lammiilee sababa lolaan qe’eefi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise.…
Haleellaa Raayyaa Ittisaan nurra ga’e dandamachuu hin dandeenye – Hidhattoota ABUT
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Haleellaa Raayyaa Ittisaan nurra ga’e dandamachuu hin dandeenye jedhan Hidhattoonni ABUT harka laataan.
Booji’amtoonni kunneen waraana yeroo ammaa…