Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Maqaa gaarii biyyaaf muuxannoo argame babal’isuun barbaachisa jedhame
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Baasii qusachuu fi maqaa gaarii biyyaa gama eegsisuutiin muuxannoowwan gaggaarrii argaman babal’isuun barbaachisaa ta’uun eerame.
Dhimma misiyoonota…
Qabeenya beeyladaarraa bu’aan barbaadame hinargamne-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan qabeenya beeyladaa olaanaa qabaattus hamma barbaadamu bu’aa akka hinargamsiisne Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa…
Kutaa Magaalichaatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 400 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Kutaa Magaalaa Booleetti Piroojektoonni Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaaraman eebbifaman.
Ittaanaan Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay…
Magaalattiitti boru biqiltuuwwan miiliyoonni 4 ni dhaabamu
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Guyyaa boruu Magaalaa Finfineetti guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoonni 4 dhaabuuf sagantaan Ashaaraa Magariiaa ni gaggeeffama.
Sagantaa ashaaraa…
Weerara lafaa ittisuuf kaadaastarri qabatamaa ta’uu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Bu’uuraalee misoomaa guutuu fi weerara lafaa seeraan alaa ittisuuf hoggansi ittigaafatamummaan hojiirraa oolmaan Kaadaasataraa qabatamaa ta'uu akka qabu…
Daangaan bulchiinsichaa fayyadamummaa uummataa ni mirkaneessa jedhame
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoon mootummaa naannoo Oromiyaa fi Bu;lchiinsa magaalaa Finfinnee daangaa bulchiinsaa magaalaa Finfinneefi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa…
Murtoon bulchiinsa daangaa GAONF fi Magaalaa Finfinnee furmaata hudhaa bara dheeraati – TKM
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Murtoon bulchiinsa daangaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fi Magaalaa Finfinnee hudhaa bara dheeraa kan fure ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Pireezidaanti Saahilawarq miseensota ‘waamicha nageenyaa haadholii Ityoophiyaa’ dubbisan
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miseensota 'waamicha nageenyaa haadholii Ityoophiyaa' waajjira isaaniitti simachuun dubbisaniiru.
Pireezidaanti…
Naannawaaleen Oromiyaa fi Finfinneetti daangeffaman ifooman
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsa daangaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fi Magaalaa Finfinneerra akkaataa waliigalteerraa ga'ameen naannawaaleen Oromiyaa fi…
Biyyoonni guddinarra jiran waltajjii idil addunyaarratti bakka bu’iinsa haqa qabeessa…
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Biyyoonni guddinarra jiran waltajjii idil addunyaarratti bakka bu'iinsa haqa qabeessa qabaachuu akka qaban Ministirri Alaa Chaayinaa Waang Yuun ibsan.…