Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaamolee hariiroo ummata Oromoo fi Sidaamaa cimsuu keessatti qooda qabaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Abbootii Gadaa, Manguddootaa fi caasaalee Mootummaa hariiroo Sidaamaa fi Oromoo Arsii cimsuu keessatti gumaacha olaanaa ba'aniif beekkamtii fi badhaasni…
Shaashamanneetti baalli hadoochituun qotamee ture to’atame
Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti baalli sammuu namaa hadoochu lafa kaaree meetira kuma 1 fi 100 ol irratti facaafame to'atamuun ibsame.
Baalli kun eeruu ummataa…
MMF Hagayya 12, 2014 Yaa’ii Ariifachiisaa ni gaggeessa
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Kamisa dhufu Yaa’ii Ariifachiisaa kan gaggeessu ta’uu ibseera.
Yaa’ii Ariifachiisaa kanaan ajandaalee adda addaarratti…
Waliigaltee daangaa bulchiinsa GAO fi Finfinneerratti mariin taasiifame
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Waliigaltee daangaa bulchiinsaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fi magaalaa Finfinneerratti mariin taasiifame.
Kaayyoon marichaa…
Karoora daldala alaa milkeessuuf xiyyeeffannaan hojjetama-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Alergitootaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuun karoora daldala alaa qabame milkeessuuf xiyyeeffannaan kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi…
Himatamtuun Abbaa Manaa ishee haala suukaneessaan ajjeefte hidhaa cimaan adabamte
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Dubartii biroo waliin hariiroo jalqabdeerta jechuun, himatamtuun Abbaa Manaa ishee haala suukaneessaan ajjeefte hidhaa cimaa waggaa 18 adabamteerti.…
Oomishtummaan oomishtoota qorichootaa biyya keessaa laafuun himame
Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC) - Oomishtumaan dhiyeessitootaa fi oomishtoota qorichootaa biyya keessaa waggoottaan shanan darbaanin yoo madaalamu sadarkaa olaanaan duubatti hafuun himame.…
Qaamoleen Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisan galateeffataman
Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf qaamolee deeggarsa taasisaniif waltajjiin galataa fi aadaa Ityoophiyaa beeksisuu Jaappaan Bulchiinsa…
Mootummaan carraa hojii uumuurratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Hagayya 10, 2014( FBC)- Mootummaan carraa hojii uumuurratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Damee Hojiifi Ogummaa hirmaannaa hundaa barbaada- Aadde Muufariyaat Kaamiil
Finfinnee, Hagayya 10, 2014( FBC)- Dameen Hojiifi Ogummaa damee carraafi rakkoolee hedduu qabu akkasumas hirmaannaa qaamolee hundaa barbaadu ta’uu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde…