Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Liddataatti Piroojektoonni guyyoota keessatti raawwataman fayyadamtootaaf laataman
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Aadde Adaanach Abeebeen kutaa Magaalaa Liddataatti manneen jireenyaa guyyoota 60 keessatti raawwataman fayyadamtootaaf dabarsaniiru.…
Dambiin daballii gatii mana kiraa baatiiwwan 3’f dheerate
Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Naannoo Harariitti daballii gatii mana kiraa fi kireeffattoota baasuu daangessuuf dambiin ba’e baatiiwwan sadan dhufaniif dheerachuu ibsame.
Dhiibbaawwan…
Jilli gorsaa addaa Pirezidaantii Sudaan Kibbaan durfamu hidha Haaromsaa Guddicha daawwate
Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Jilli gorsaa addaa Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Koong Tiiptiip Gaatiluuwaakiin durfamu hidha Haaromsaa Guddicha daawwateera.
Jilichi mooraa Yuunvarsiitii…
MM Abiy Ahimad Wiiliyaam Ruutoof ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pireezidaantii 5ffaa Keeniyaa ta’uun kan filataman Wiiliyaam Ruutoof ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Hojiilee bal’aa…
Qajeelfamni tarsiimoo ittisa malaanmaltummaa qaamolee haqaa ragga’e
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Yaa’iin Bulchiinsaa Abbootii Murtii Federaalaa qajeelfama tarsiimoo ittisaa fi to’annoo malaanmaltummaa qaamolee haqaa manneen murtii federaalaa raggasise.…
Yaada ummata faayyadu simachuuf qophiidha-Obbo Dastaa Leeddaamoo
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Sidaamaa yaada kamiyyu kan ummata fayyaduu danda’u simachuuf qophiidha jedhan Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Dastaa Leeddaamoo.…
Lammiileen kumni 1ol Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 4 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiilee kanneen keessaa 991 dhiirota yoo ta’an 13 guddattoota…
Qajeelfamni qormaata ba’iinsaa barnoota olaanoo ragga’e
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Qormaata ba’insaa barnoota olaanoo biyyaalessaa hogganuu fi bulchuuf qajeelfamni qophaa'e ragga’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministeerichi akka…
Hoggansi guddina magaalotaaf qindoominaan hojjechuu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Hoggansi guddina ariifachiisaa magaalotaaf kutannoon, amanamummaafi qindoominaan hojjechuu akka qabu Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa…