Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti ruuziin hektaara kuma 100’rratti misoomaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti barana ruuziin hektaara kuma 100 olirratti misoomaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.
Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo…
Bara baajataa darbee Birrii biiliyoonni 336 walitti qabameera-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Bara baajataa 2014 galiin Birrii biiliyoonni 336.7 walitti qabamuu Ministeerri galiiwwanii beeksise.
Ministeerichi raawwii karoora bara 2014 fi karooraa…
“Atimiis” ergama nageenya naannawichaa kabajiisuu fudhate
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Kibba Lixa Somaaliyaatti ergama nageenya kabachiisuu AMISOM bahachaa kan turee Raayyaan Nageenya Kabachiisaa Ityoophiyaa marsaa 6ffaa moggaasa maqaa…
Humna waraanaa amansiisaa ijaaruuf hojjetamaa jira – Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaa
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Bara baajataa 2015 Humna waraanaa amansiisaa ijaaruuf hojjetamaa jiraaachuu Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan ibsan.
Bara baajataa kana…
Filannoo naannawaarratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa marii filannoo naannawaa gaggeessuuf dandeessisurratti qaamolee dhimmamtootaa waliin mari’achaa jira.
Qorannoo boordichi…
Daandiin Adda Baba’ii Puushkiin-Gofaa eebbifame
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ijaarsi pirojektii daandii Adda Baba’ii Puushkiin-Gofaa kiiloomeetira 3.8 fagaatu eebbifameera.
Bara 2012 kan eegale ijaarsi…
Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera- MM Abiy Ahimad
Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera jedhan Muummeen Ministiraa…
Lammiilee biyya alaa jiraatan waliin qindoominaan hojjechuuf mari’atame
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil muuxannoo fi beekumsa lammiilee biyyaa alaa jiraatanii qindeessuun haala waliin hojjechuun…
MM Abiy Ahimad Naannoo Somaaleetti bu’uuraalee misoomaa ijaaramaa jiran dinqisiifatan
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee yeroo gababaa keessatti bu’uuraalee misoomaa bal’aa ijaaraa jiru kan dinqisiifatamu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Wanbaraatti lammiileen kumni 1 fi 395 giddugalatti deebi’aniiru
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Godina Matakkal Aanaa Wambaraatti hojiilee olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiru hordofee lammiileen kumni 1 fi 395 gara Giddugalaa Koongitti…