Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wanbaraatti lammiileen kumni 1 fi 395 giddugalatti deebi’aniiru
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Godina Matakkal Aanaa Wambaraatti hojiilee olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiru hordofee lammiileen kumni 1 fi 395 gara Giddugalaa Koongitti…
Naannoo Amaaraatti daddabarsitoonni meeshaalee waraanaa to’ataman
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti guyyootaa 45’f hordoffii daddabarsitootaa meeshaalee waraanaa seeraan alaarratti gaggeeffamaa tureen namoonni shakkaman to’annoo jala…
Shaashamanneetti maallaqni biyyoota alaa Birrii miiliyoona 4.8 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee maallaqa biyyoota alaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Birrii miiliyoona 4.8 olitti tilmaamamu…
Naannoon Oromiyaa milkaa’ina Ashaara Magariisan argameef galata dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) –Milkaa’ina Sagantaa Ashaaraa Magariisaan Naannoo Oromiyaatti argameef Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa galata…
Waggoottan afran dhufan qulqullinarratti xiyyeeffachuun sagantaan Ashaaraa Magariisaa itti fufa-MM…
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Waggoottan afran dhufan qulqullinarratti xiyyeeffachuun sagantaan Ashaaraa magariisaa kan itti fufu ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan…
Pirojektoota jallisii hojii hineegalle xumuruun xiyyeeffannoo bara 2015 ta’uun eerame
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Pirojektota jallisii hojii hineegalle xumuruun faayidaaf oolchuun xiyyeeffannoo bara 2015 ta’uu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii beeksise.…
Muummeen Ministiraa misooma qamadii Naannoo Somaalee daawwatan
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Naannoo Somaalee Godina Fafenitti misooma qamadii kilaastaaraan oomishamaa jiru daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa…
Naannawaan Daldala Walabaa Dirree Dawaa si’ataan kan keessatti ijaaramudha jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Naannawaan Daldala Walabaa Dirree Dawaa dameelee hundaan sirni si’ataan kan keessatti ijaaramuudha jedhan Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen…
Milkaa’inni Ashaaraa Magariisaa dandeettii raawwachiisummaa biyyattii kan argisiisudha-TKM
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magariisaan hanga ammaatti biqiltuuwwan Biiliyoona 24 fi miiliyoonni 2 ol dhaabamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.…
Ashaaraan Magariisaa qabeenya uumamaa keenya bade deebiseera- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC)- Ashaaraan Magariisaa qabeenya uumamaa keenya bade deebiseera jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad sagantaa Ashaaraa…