Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Tigraayiif Midhaan meetiriktoonii kuma 240 ergamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC)- Naannoo Tigraayiif hanga ammaatti midhaan nyaataa meetiriktoonii kumni dhibbi 2 fi kumni 40 oliifi Birrii biiliyoonni 2.9 ergamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa…
MM Abiy Ahimad Magaalaa Harar galan
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Harar galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalicha gahan hoggantoota olaanoo naannichaan…
Injifannoon Atileetotaa duudhaa ijifannoo Ityoophiyaa dhalootaaf darbu ta’uu mul’isa- TKM
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Injifannoo boonsaan Atileetota Ityoophiyaa duudhaa ijifannoo Ityoophiyaa dhalootaaf darbu ta’uu kan mul’isu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Murtoowwan Walga’ii Idilee 11ffaa Manni Maree Ministeerotaa
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Manni Maree Ministeerotaa Walga’ii Idilee 11ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa Sanada…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 110tti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Adoolessa 29- Hagayya 5,2014tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 10tti tilmaamaman to’atamuu ibsame.
Hordoffii…
Manni Barumsaa Teekinika Waraanaa Awaash ogeeyyii mekaanaayizdii eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Manni Barumsaa Teekinika Waraanaa Awaash ogeeyyii mekaanaayizdii ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise.
Hogganaa olaanaan Qajeelcha Barnootaafi…
Yuunivarsiitiin Asoosaa barattoota 1132 eebbisiisaa jira
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Yuunivarsiitiin Asoosaa barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1fi 132 eebbisiisaa jira.
Yuunivarsiitichi barattoota digirii…
Tarbaayinii 2ffaan anniisaa maddisiisuu eegaluun hidhicha gara boqonnaa haaraatti ceesisa-Taaboor…
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Tarbaayinii 2ffaan Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegaluun hidhicha gara boqonnaa haaraatti kan ceesisuudha jechuun Gargaaraa…
Humni qilleensichaa fooyya’iinsa Ityoophiyaa madaalu taasise- Paartilee Siyaasaa
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Humni Qilleensaa Ityoophiyaa fooyya’iinsa Ityoophiyaa madaalu taasisuu hoggantoonni Paartilee Siyaasaa dorgomtootaa ibsaniiru.
Hoggantoonni paartilee…
Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa Afrikaa Bahaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Deetaan Ministiraa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa Afrikaa Bahaa…