Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 66 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 66 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Guyyaa har'aa lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa…
Injifannoon Adwaa gaarreen Guubaatti irra deebi’ame- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Injifannoo Abbootiin keenya Adwaarratti galmeessisan gaarreen Guubaatti irra deebi'ame jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Aadde…
Namoonni Konkolaachisaa ajjeesan adabbii cimaa umrii guutuun adabaman
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinneetti namoonni konkolaachisaa taaksii Raayid haala suukaneessaan ajjeessan adabbii cimaa umrii guutuun adabamaniiru.
Himatamaa1ffaan…
Hidhi Haaromsaa calaqqee injifannoo Ityoophiyaati -Pir. Saahilawarqi Zawudee
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Ijaarsi Hidhaa Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa sadarkaa kanarra ga’un biyyoota yaa’aa Abbayyaa waliin caalmaatti walta’uu fi ulaa dippilomaasii akka banu…
Milkaa’inni Hidha Haaromsaa bu’aa tokkummaa fi tumsa keenyaati- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Milkaa'inni Hidha Haaromsaa bu'aa tokkummaa fi tumsa keenyaati jedhan Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Lammiileen…
Ijoolleen Abbayyaa Hundi Baga gammaddan – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Guutinsa Bishaan HGHI marsaa 3ffaa yeroo jedhame keessatti xumuruu keenyaan ijoolleen abbayyaa hundi baga gammaddan jedhan Muummeen Ministiraa Abiy…
Abbayyaan Ityoophiyaa qofaaf utuu hintaane addunyaaf kan kennameedha-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Abbayyaan Ityoophiyaa qofaaf utuu hintaane qabeenya umamaa addunyaaf kennameedha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Sirni guutiinsa bishaan…
Guutinsi Bishaanii HGHI marsaa 3ffaan milkiin xumurame
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Guutinsi Bishaanii Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa marsaa 3ffaan milkiin xumurameera.
Waqtiin Gannaa seenuu hordofee guutiinsi bishaanii…
Ambaasaaddar Muktaar xaalayaa muudama isaanii Siiriil Raamaafoosaaf laatan
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Muktaar Kadir xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Siiriil Raamaafoosaaf laataniiru.
Afrikaa Kibbaatti Ambaassaaddara…
Tajaajila Daangaa Bakka Tokkoo Ityoo- Jibuutiitti eegalchiisuuf deeggarsi argame
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Ijaarsa Tajaajila Daangaa Bakka Tokkoo Ityoo- Jibuutiif eegalchiisuuf “COMESA” waliin deeggarsi Yuuroo miiliyoona 3.2 taasifame.
Yeroo itti aanutti…