Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaadhas Irbaatas-TKM
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaas Irbaatas ta’uuTajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi tarbaayinni 2ffaan Hidha Haaromsaa…
Waan yaadne raawwachuu akka dandeenyu hojiin agarsiisne- Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Waan yaadne raawwachuu akka dandeenyu hojiin agarsiisne jedhe Paartiin Badhaadhinaa.
Paartichi Tarbaayinni 2ffaan Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa…
Tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa cimee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa damee hundaan cimee akka itti fufu gaafatan.
Manneen mare kunnee…
Pirezidaantonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Tarbaayinni 2ffaan Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegaluusaatiin Pirezidaantonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Bidireetti ijaarsi proojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 eegale
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Godina Baalee aanaa Madda Walaabuu magaalaa Bidireetti ijaarsi proojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300n eegalame.
Hanqina Bishaan…
Hojiileen Ijaarsa siiviilii HGHI % 95 ga’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Hojiileen Ijaarsa siiviilii Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa % 95 ga'uu hojii gaggeessaan hidhichaa Injiinar Kiflee Horroon ibsan.
Bara kana hojiilee…
Biyya bu’uura cimaan ijaaruun ga’ee dhaloota ammaatti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Fedhii fi abjuu abbootii dhugoomsiif biyya bu'uura cimaan ijaaruun ga'ee dhaloota ammaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen…
Sirni Tarbaayina 2ffaa HGHI anniisaa maddisiisuu eegalchiisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Sirni Tarbaayina 2ffaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegalchiisuu gaggeeffamaa jira.
Guyyaa har’aa yuunitoota jiran keessaa…
Pirootokooliin mirga dubartootaa Afrikaa dubartoota hundarratti hojiirra oola jedhame
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Pirootokooliin mirga dubartoota Afrikaa dubartoota ardichaa hundarratti hojiirra kan oolu ta’uu Pirezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan.…
Hayyoonni Naannoo Somaalee gahee isaanii akka bahatan gaafatame
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Hayyoonni Naannoo Somaalee gahee isaanii akka bahatan Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad gaafatan.
Obbo Musaxafeen haalaa nageenyaa…