Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan Fooramii Daldalaa Turkii Afriikaarratti keessummaa kabajaa addaa taatee hirmaatti
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Fulbaana kan gaggeeffamu Fooramii Daldalaa Turkii Afriikaarratti Ityoophiyaan keessummaa kabajaa addaa taatee kan hirmaattu ta’uu Fooramiin Walta’iinsa…
Manni maree naannichaa wixinee labsii hundeeffama magaalota giddugaleessaa raggaasise
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummatootaa Kibba Lixa Ityoophiyaa wixinee labsii hundeeffama magaalota giddugala sabdaneessummaa ta’an irratti mari’achuun…
‘WODA Metals’ gara paarkii indaastiriitti guddisuufi
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Koomishiniin Invastimantii Ityoophiyaa, Indaastirii Oomisha Sibiilotaa ‘WODA’ gara paarkii indaastiriitti guddisuuf sanadi waliigalteen mallatteeffame.…
Qeellem Wallaggaatti duula gaggeeffameen hidhattoonni shanee barbadeeffaman
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Godina Qeellem Wallaggaa aanaalee fi gandoota garaagaraatti duula gaggeeffameen miseensonni garee shororkeessaa shanee barbadeeffamuun ibsame.
Ajajaan…
Lammiileen kumni 1 fi 20 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiilee Ityoophiyaa kumni 1 fi 20 Saa’ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa sadii guddattoota umriin…
2015’tti Finfinneetti daandiiwwan komii ummataa ta’an xumuruuf xiyyeeffatameera
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Bara 2015’tti Magaalaa Finfinneetti bu’uuraalee misoomaa daandii komii ummataa ta’an xumuruuf xiyyeeffannan kennamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii…
Karoora guyyaa sabaa fi sablammootaa 17ffaarratti mari’atame
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Karoora kabaja guyyaa sabaa fi sablammoota Ityoophiyaa 17ffaa qindeessummaa Mana Maree Federeeshiniin Naannoo Sidaamaatti kabajamu ilaalchisuun hoggantonni…
Gaambeellaatti haala nageenyarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti haala nageenya naannichaa waaraan furuun danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jira.
Haala gurmaa’iinsaa Mana Maree…
Qo’annoowwan nageenya saayibariif waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Qo’annoowwan nageenya saayibarii Ityoophiyaa eegan gaggeessuuf Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo fi yuunivarsitoonni Ityoophiyaa 8 waliigaltee…
Oomishtummaa dabaluuf waliigalteen Doolaaraa miiliyoona 165.2 mallateeffame
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Sagantaa raawwii dhiqama biyyee hir’isuun oomishtummaa dabaluuf kan ooluu waliigalteen deeggarsaa fi liqii Doolaara miiliyoona 165.2 mallatteeffameera.…