Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabamte
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabbii cimaa waggaa 10 adabamte.
Shakkamtuun maallaqa gahaa osoo hin…
Naannoon Kibba-Lixaa baajata 2015 Birrii biiliyoona 11 raggaasise
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 11 raggaasiseera.
Hoggantuun Biiroo Maallaqaa fi Misooma…
Mana Kitaabaa Abrihootii fi dhaabbilee barnootaa 3f deeggarsi kitaabilee taasiifame
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Mana Kitaabaa Abrihootii fi dhaabbilee barnootaa olaanoo 3f deeggarsi kitaabilee kuma 15 taasiifameera.
Sirni walharkaa fuudhinsaas…
Galmeewwan kumni 176 ol murtoo argatan
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Bara 2014 manneen murtii federaalaatti galmeewwan kumni 176 ol murtoo argachuu Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa beeksise.
Pireezidaantiin Mana Murtii…
Torbeen teekinooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Guyyootaa afuriif kan turu torbeen teeknooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa, teeknooloojii fayyadamuun bakkeewwan hawwata tuuriizimii Oromiyaa beeksisuurratti…
Magaalaa Finfinneetti gamoowwan Qajeelcha Poolisii ammayyaa ijaarsi isaanii xumurame eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti Piroojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 31 oliin ijaarraman guyyaa har’aa…
Biyya waloo ijaaruuf hundi ga’ee isaa ba’achuu qaba- Pirof. Masfin Aarayaa
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Biyya waloo ijaaruuf hundi ga’eesaa ba’achuu akka qabu Komishinarri Olaanaan Komishiniin Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Aarayaan ibsan.
Mariin…
Godina Wallaggaaa Bahaatti tarkaanfiin Shaneerratti fudhatamu cimee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Godina Wallaggaa Bahaa aanaalee garaagaraa keessatti tarkaanfiin garee shororkeessaa Shaneerratti fudhatamu cimee itti fufuu ajajaa olaanaan kutaa waraanaa…
Ityoophiyaafi Hindiin walta’iinsa dame hawaasummaan qaban cimsuuf walii galan
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen Ministira Ministeera Haqaa Haawaasummaa fi Gahumsaa Hindii Dooktar…
Naannoolee Oromiyaa fi Kibbaa hongeef saaxilamanitti nyaatni beeyladaa misoomaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Naannoolee Oromiyaa fi Kibbaa hongeef saaxilamanitti hojiileen nyaata beeyladaa misoomsuu gaggeefamaa jiraachuu hoggantoonni Biiroolee Qonnaa naannolee…