Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bala lolaa ittisuun naannawaa hanqinni roobaa jirutti faayidaarra oolchuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Balaa lolaa ittisuun keessumaa naannawaa hanqinni roobaa jirutti faayidaarra oolchuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…
Oromiyaatti qonna gannaatiin lafa heektaara miiliyoona 5.8 irratti sanyiin faca’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Oromiyaatti qonna gannaatiin lafa heektaara miiliyoona 5.8 irratti sanyiin faca’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.
Naannichatti, qonna gannaatiin lafa…
Naannichatti dhaabbileen leenjii qonnaan bultootaa oomishaa fi omishtummaa akka guddisaan…
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti kan argaman dhaabbileen leenjii qonnaan bultootaa oomishaa fi omishtummaa akka guddisaaniif xiyyeeffannaan kennamee kan hojjetamu…
Qindoominni qaamolee haqaa fi hawaasaa lafee dugdaa gochaalee malaanmaltummaa saaxiluuti-KNFMO
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Qindoominni qaamolee haqaa fi hawaasaa lafee dugdaa gochaalee malaanmaltummaa saaxiluu ta’uu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaanmaltummaa Oromiyaa ibse.…
Manni Maree Naannoo Kibba Lixaa Ityoophiyaa yaa’ii idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa Magaalaa Boongaatti gaggeessuu eegalaeera.…
Magaalichatti koreen deeggarsa boba’aa tajaajila geejjibaa uummataaf taasifame to’atu hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)-Magaalaa Finfinneetti koreen deeggarsa boba’aa tajaajila geejjibaa uummataaf taasifame to’atu hundaa’uu ibsame.
Deeggarsichi dhamaatii tokko malee haala…
Magaalota jiraattotaaf mijatoo taasisuuf hojjetamaa jira- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Magaalota magariisa, miidhagoofi qulqulluu taasisuun jiraattotaaf mijatoo taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee…
Komishiniin hoggansa sodaa balaa ergama isaa sirnaan ba’uu akka qabu koreen dhaabbichaa…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Komishiniin Hoggansa Sodaa balaa ergama isaa sirnaan ba'uu akka qabu Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Koreen Dhaabbii Hariiroo Alaa fi dhimmoota…
Baatii darbe Ityoophiyaatti nageenya mirkaneessuuf hojii jajjabeessan hojjetame – Humna Waloo…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) –Baatii darbe Ityoophiyaatti tasgabbii fi nageenya mirkaneessuuf hojii jajjabeessan hojjetamuu Humna Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksiise.
Manni Maree…
Abbootiin qabeenyaa 42 Parkii Indaastirii Qonnaa Qindaa’aa Bulbulaatti hojjechuuf
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa fi misoomsitoonni dhuunfaa 42 Paarkii Indaastirii Qonnaa Qindaa’aa Bulbulaatti hojjechuuf waadaa galuu Ministeerri Indaastirii…