Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni Kaabinee Magaalaa Finfinnee hoggantoota koomishinii marii biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Miseensonni Kaabinee Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hoggantoota Koomishinii Marii Biyyaalessaa waliin mari’ataniiru.
Marichaanis fuulduratti…
Lammiileen kumni 1 fi 41 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Saa’ud Arabiyaatti lammiilee haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 41 guyyaa har’aa gara Ityoophiyaatti deebi’aniiru.
Kanneen deebi’an keessaa 859…
Baatii 1’tti dimshaashaan meeshaaleen waraanaa kuma 31 ol Finfinneetti to’atamuu Poolisiin…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatii tokko keessatti qofa kilaashii 47, shugguxii, rasaasa bireenii kuma 2 fi 978, rasaasa shugguxii kuma 18 fi 198 fi rasaasa…
Ityoophiyaan anniisaa elektirikii %90 madda faalamarraa walabaarraa argatti-Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan anniisaa elektirikii %90 madda magariisaa fi faalamarraa walabaarraa argatti jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen.…
Biirichi manneen maanguddootaa fi harka qalleeyyii kuma 21 ol ijaaruu fi haaromsuuf hojjechaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Oromiyaa tajaajila tola ooltummaa Gannaan manneen maanguddootaa fi harka qalleeyyii kuma 21 ol…
Sanyiin qamadii filatamaan lafa hektaara kuma 20 irratti baay’ifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Bona dhufu Naannoon Oromiyaatti lafa heektaara miliyoona 1 ol irratti qamadii oomishuuf galma qabame milkeessuuf lafa heektaara kuma 20 irratti sanyiin…
Leetenaal Jeneraal Birhaanuu Baqqalaan Somaaliilaandi galan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Leetenaal Jeneraal Birhaanuu Baqqalaan Ministeeraa Ittisa Biyyaa bakka bu’uun dhimma nageenyaa fi tasgabbii naannawaa irraatti mari’achuuf…
Namoonni yakka hannaa fi malaammaltummaan raawwan 19 Adabbii cimaan adabaman
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Oromiyaatti namoonni sarara daddabarsa Humna Elektirikaa hatanii fi yakka hannaa biroo raawwatan 19 Adabbii cimaan adabamuu ibsame.…
Biqiltuuwwan dhaabaman gamtaan kunuunsuun Ityoophiyaa mijattuu ijaaruun barbaachisaadha-Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Sagantaa ashaaraa magariisaa eegalame galmaan ga’uuf biqiltuuwwan dhaabaman gamtaan kunuunsuun Ityoophiyaa mijattuu ijaaruun barbaachisaa ta’uu…
Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Chaayinaa sababeeffachuun erga…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyatti Ittisaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Chaayinaa waggaa…