Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sadarkaa biyyaalessaatti lafa qonnaa Arfaasaan misoomsuuf karoorfame keessaa hektaarri miiliyoonni 8…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti lafa qonna Arfaasaan misoomsuuf karoorfame hektaaraa miiliyoona 13.4 keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8…
Jilli Aadde Mufariyaat Kaamiiliin durfamu hoggansa Ministeera Dhimma Alaa Israa’eel waliin mari’ate
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Hojiifi Ogummaa Adde Mufariyaat Kaamiiliin durfamu Hogansa Ministeera Dhimma Alaa Israa’eel waliin mari’ateera.
Jilichi…
Abbaan Taayitaa Galmeessa Odeeffannoo Biyyaalessaa Paakistaan Ityoophiyaatti ce’umsa teeknooloojii…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galmeessa Odeeffannoo Biyyaalessaa Paakistaan Ityoophiyaatti ce’umsa teeknooloojii taasisuuf qophii ta’uu ibseera.
Paakistaanitti…
Piroojektiin walta’iinsa Giddugala Bulchiinsa Damee Nageenyaa Jeeneeviifi Poolisii Federaalaan…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Piroojektiin walta’iinsa Giddugala Bulchiinsa Damee Nageenyaa Jeeneeviifi Poolisii Federaalaan dameewwan garaagaraarratti waggoottan lamaaf hojiirra…
Ityoophiyaa fi Bahireen damee tuuriizimii fi invastimantiin hariiroo jiru cimsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Baahireenitti Qonsilaa Jeneraalaa Ityoophiyaa Ambaasaaaddar Awwal Wagiriis Mahaamad Ministeera Dhimma Ala Bahirenitti Hogganaa Olaanaa Dhimmoota…
Inistiitiyuutonni Dhimmoota Alaa Ityoophiyaafi Chaayinaa waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 26,2014 (FBC)- Inistiitiyuutiin Dhimma Alaa Ityoophiyaafi Inistiitiyuutiin Dhimma Alaa Chaayinaa haala waliin hojjechuu danda’anirratti mari’atan.
Ityoophiyaafi…
Magaalattitti hoji dhabdummaa hir’isuuf hirmaannaa fi kutaannoo hundaa barbaachisa-Obbo Jaanxiraar…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baay’ina hoji dhabdootaa hir’isuuf kutannoo fi hirmaannaa hundaa akka barbaachisuu Itti Aanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo…
Naannichatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoonni 2.2 dhaabamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Naannoo Gambeellaatti sagantaa Ashaaraa magariisaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoonni 2fi kumni dhibbi 2 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya…
Fooramiin nageenya naannawaa fi misooma Ityoophiyaa fi IGAD irratti hojjetu hundaa’e
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Olaantummaa hoggantoota duraanii Ityooophiyaan kan hogganamuu fi Ityoophiyaa fi Dhabbataa Misoomaa Mootummoota Afrikaa Baha (IGAD) nageenyaa naannawaa…
Ministeerri Indaastirii hojmaata tajaajila elektirooniksii ifoomse
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Indaastirii hojimaata tajaajila elektirooniksii har’a ifoomseera.
Sagantaa jalqabsiisa tajaajilichaarratti Ministirri Ministeera…