Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Indaastirii hojmaata tajaajila elektirooniksii ifoomse
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Indaastirii hojimaata tajaajila elektirooniksii har’a ifoomseera.
Sagantaa jalqabsiisa tajaajilichaarratti Ministirri Ministeera…
Bulchiinsi Nageenyaafi Odeeffannoo Biyyaalessaafi Baankiin Awaash waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Adoolessa 26,2014 (FBC)- Bulchiinsi Nageenyaafi Odeeffannoo Biyyaalessaafi Baankiin Awaash Sanada waliigaltee waliin hojjechuu isaan dandeessisu waliif mallatteessuu ibsame.…
Yaa’iin Waloo sektarootaa bara baajataa 2014 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 26,2014 (FBC)- Yaa’iin Waloo Sektarootaa bara baajataa 2014 magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Yaa’ichi mata duree “ Qormaatileef osoo hin…
Leenjiin nageenya Ityoophiyaa mirkaneessuu dandeessisu kennamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 26,2014 (F)- Leenjiin nageenya Ityoophiyaa mirkaneessuu dandeessisu kennamuu Tajaajilli Nageenyaafi Odeeffannoo Biyyaalessaa beeksise.
Tajaajilichi leenjii guyyoota…
Manneen Murtii Federaalaa Hagayya 1-30tti tajaajila idilee kennuu itti fufu
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Manneen murtii sadarkaa federaalaa Hagayya 1-30’tti tajaajila idilee kennuu akka itti fufan ibsame.
Bu’ura labsiin manneen murtii federaalaa…
Sirni awwaalchaa Gaazexeessituu Bileen Girmaachoo raawwate
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Sirni awwaalchaa Gaazexeesituu Faana Biroodkastiingi Koorporeet FM Naqamtee 96.1 Bileen Girmaachoo Magalaa Naqamteetti raawwateera.
Sirni awwalcha…
Manni Maree Naannoo Afaar baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 10 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 10 fi miiliyoona 132 fi kuma 869 raggaasiseera.
Manni marichaa guyyoottan darbaniif…
Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoo Komishinaroota Marii Biyyaalessaa waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Itti Aanaa Pireezidaantii Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoo fi hoggantoonni olaanoo naannichaa…
Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa haala yakka waliin ittisuu danda’an irratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 26,2014 (F)- Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa haala yakka waloon ittisuu fi odeeffannoo nageenyaa wal jijjiiruu danda’aniirratti mari’atan.
Jilli gorsaa Dhimmoota…
Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idlee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan turu yoo ta’u,…