Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan hariiroo Angoolaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetti – Obbo…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministiraa Angoolaa Teetee Antooniiyoo waliin…
Manni Maree Naannoo Somaalee baajata naannichaa Birrii biiliyoona 31.7 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii idilee 3ffaa gaggeesseen baajata bara 2015 naannichaa Birrii biiliyoona 31.7 raggaasiseera.
Hogganaan Biiroo…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 33 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 33 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 2…
Rooba cimaa sa’aatiiwwan walitti fufanii fi guyyootaaf roobuun lolaa, laggeen guutuu fi sigigaachuun…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Rooba cimaa kutaalee biyyattii tokko tokkotti sa’aatiiwwan walitti fufaa fi guyyoota walitti aananiif roobuun lolaa, laggeen guutuu fi sigigaachuun…
Ambaasaaddar Nabiil Itti aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin dhimmoota waloorratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahaaddiin Itti aanaa Pireezidaantii biyyattii fi Qindeessaa Kilaasteera Bu’uuraalee misoomaa…
Naannawaa Sulula Awaash gara olii hambaa addunyaan galmeessuuf gaaffiin dhiyaate
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Naannawaa sulula Awaasha gara olii hambaa addunyaan galmeessuuf gaaffii dhiyeessuu Daayrektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsaa Hambaalee Ityoophiyaa…
Gaazexeessituun Faanaa Broodkastiing Korporeet Bileen Girmaachoo Dhibee tasaan Adduunyaa kanarraa…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Gaazexeessituun Faanaa Broodkastiing Korporeet FM Faana Naqamtee 96.1 Bileen Girmaachoo Dhibee tasaan Adduunyaa kanarraa du’aan Boqoteerti.
Bileen…
Lammiilee naannoo Afaar miidhamaniif leenjiin deeggarsa hawaasummaa laatamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif lenjiin deeggarsa fayyaafi xiin- sammuu akkasumas deeggarsa hawaasummaa kennuu dandeessisu…
Taanzaaniyaatti haala rakkisaarra kan turan Ityoophiyaanonni 60 gara biyyatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti haala rakkisaa keessa turaan 60 har’a gara Ityoophiyaatti deebi’aniiru.
Taanzaaniyaatti Itti Gaafatamaan…
Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen itti waamamoo tajaajila tola ooltummaa Gannaa eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa tajaajila tola ooltummaa Gannaa manneen harka qalleeyyii haaromsuun eegalchiiseera.
Haaromsa manneen harka qalleeyyi kan…