Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koorporeeshinichi Xaa’oo biyyee kuntaala miiliyoona 12.8 alaa bite geejibsiisee xumure
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa bara oomishaa 2014/15’f xaa’oo biyyee kuntaala miiliyoona12.8 biyya alaarraa bite guutummaatti gara buufata…
Cimina keenya daballee, imaanaa keenya eegnee bu’aa olaanaaf qophoofneerra!! – Aadde…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Cimina keenya daballee, imaanaa keenya eegnee bu'aa olaanaaf qophoofneerra jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Itti…
Godina Baaleetti Yaa’iin abbootii Alangaa Marsaa 2ffaan magaalaa Gobbaatti gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti Yaa'iin abbootii Alangaa godina Baalee Marsaa 2ffaan magaalaa Gobbaatti taa’eme.
Yaa'ii kana sababeeffachuun jilli Itti aanaa…
Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta’anii gurmaa’uuf …
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta'anii gurmaa'uuf murtoo dabarsaniiru.
Manni Maree Godina Goofaa Yaa'ii idilee…
Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz tamsaasa yaalii eegale
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz eebbifamuun ifatti tamsaasa yaalii eegaleera.
Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul…
Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus sagantaa galateeffannaa gaggeessan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Hordoftoonni Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus Kiilloo 5 sagantaa galateeffannaa gaggeessaniiru.
Qormaatilee Amantaalee,…
Jilli Obbo Shimallisiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Biqiltuu dhaabe
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu sagantaa Ashaaraa magariisa marsaa 4ffaan naannoo Beenishaanguul…
Godina Giddu Gala Goondaritti namicha daa’immaan 6 haala sukaneessaan ajjeeserratti…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Godina Giddu Gala Goondar Aanaa Xagadeetti namicha daa'immaan 6 haala sukaneessaan ajjeeserratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Buulchiinsaaf…
Magaalaa Dabra Taaboritti Piroojektoonni 40 Birrii miiliyoona 131ijaarramaan eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Magaalaa Dabra Taaboritti Piroojektoonni 40 Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 31ijaarramaan bakka Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar…
Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoks Tawaahidootti sagantaan galateeffannaa ‘Ityoophiyaan…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoks Tawaahidootti sagantaan galateeffannaa 'Ityoophiyaan haa galateeffattuu' gaggeeffameera.
Sagantaan kun Mana…